Firomaa

Firomaa Tokkumaan Humna kenyaa

15/05/2022

Dhoysan hin dhoyfamtu jaalaalti if himtii namu narra bekka fuulaa irra naa iftii

"Ilaalcha namoota biraa irratti hundooftee jireenya Kan keef ka'umsa hin godhatin."
15/04/2022

"Ilaalcha namoota biraa irratti hundooftee jireenya Kan keef ka'umsa hin godhatin."

Dhugaa Tokko!Nuti Jawar Mohammed "Hireen Osoo hin taane Herregaan" Deeggarra!Dhugaa jiru irratti hundoofneeGootummaa,hay...
07/04/2022

Dhugaa Tokko!
Nuti Jawar Mohammed "Hireen Osoo hin taane Herregaan" Deeggarra!
Dhugaa jiru irratti hundoofnee
Gootummaa,hayyummaa,beekkumsaa fi dandeettii isaa hubannee jala hiriirree, ittiinis eemaramne!

ijaa caalaa qalbii tiyya bohaa jira
14/03/2022

ijaa caalaa qalbii tiyya bohaa jira

Si duubaa bakka ati hin jirretti waan isaan odeessan/haasawan oso beytee,Namoota hedduu wajjiin seequu ni dhaabda.
18/02/2022

Si duubaa bakka ati hin jirretti waan isaan odeessan/haasawan oso beytee,
Namoota hedduu wajjiin seequu ni dhaabda.

18/02/2022
10 bir
18/02/2022

10 bir

Address

Fedis
Harer
1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Firomaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Firomaa:

Share