29/10/2025
Guyyaa 19/2/2018
Waajjirri Daldala CHu fi Investimantii Guyyaa hardhaa Bakka I/G Waajjira Daldala CHU fi Investimantii Obbo Alwaan Aliyyii argamanitti Hojjattoota Waajjiraa bobbaa guyyoota 13f kennamee ture, Qaama Bu'aa Buusee Fi Bu'aa hin Buusin adda Baasuun , Qaama iddoo itti Bobbahetti Milkaa'inaaf Tattaafate jajjabeeysuun, kaaniin immoo Maaliif? jechuun Qaawa Jiru Adda Baasuun Qaawa Hojii kana keessatti fakkeesseef Tarkaanffii Gama Gaaddisa Goorootiif dabarsuun Kallattii fuula Duraa irratti Hojii Harca'an Kurmaana 2ffaa Keessatti Dabalachuun , Kan Adeemsa isaanii , Kan Gita Isaanii Keessatti akka Dabalatanii fi Kan Ganda Ramaddiif qabaniis Karoora Kurmaana 2ffaa irratti Harcaatii Dabalachuun akka Xiyyeeffannaan Raawwachuu qaban irratti waliif Galuun kan Goolabame tahuu isaatiifi Haalli Amma Dura itti deemaa tuurre Kurmaana 2ffaa akka Jijjiiramuu qabuus Xiiqiin kan irratti Waliif galame Tahuu isaati.ππππ