30/09/2022
Kan oromoo furummaan isaa yoo tokko ta'ee qofaa yaa Galoo koo🥰 waaqayyoo jirraa yaa uummataa koo jabaadha harkaa wal qabaadha faannoo nuuti taphaata jirrti yaa uummataa koo walfi galaa yoo wali galaan halaa galuu jeedha oromoon tokko ta'aa yaa orommoo😔😔😪
Maal goona erga Abiishee Garbaa erga du’e Qadiidaa wannabeet lafa guutee.Kanaaf Imbaaboon, kokor har’a dhokate.karaa sareen baafteen waraabessii seenee nama nyaata.Oromoo wal malee fira hin qabdu.! Isa si ciniinuf deemu hunda hin dhungatiin!
Gumaa keessaniif dhugaa keessan waaqni haa baasu.!