Bu'uuralee misoomaa Ganda R/furaa

Bu'uuralee misoomaa Ganda R/furaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Bu'uuralee misoomaa Ganda R/furaa, Public & Government Service, R/fura, Hirna.

Guyyaa 28-5-2017 .Aanaa xuulloo ganda Rakkataa furatti hojiin misoomaa daandii haarawaa hirmaannaa ummataatiin hojjatama...
05/02/2025

Guyyaa 28-5-2017
.
Aanaa xuulloo ganda Rakkataa furatti hojiin misoomaa daandii haarawaa hirmaannaa ummataatiin hojjatamaa kan ooleedha.

Ganda Rakkataa furatti fedhii soolaraa gama waajjira bishaan albuudaa fi inarjiitiin dhiyaate abbaa waatii 10W qonnaan b...
30/12/2024

Ganda Rakkataa furatti fedhii soolaraa gama waajjira bishaan albuudaa fi inarjiitiin dhiyaate abbaa waatii 10W qonnaan bulaan dhuunfaan kan bitateedha

Godina harargee lixaa Aanaa Xuulloo   gama bu'uuraalee misoomatin  rakkoo bulchiinsa gaarii yeroo dheera kan ture rakkoo...
17/11/2024

Godina harargee lixaa Aanaa Xuulloo gama bu'uuraalee misoomatin rakkoo bulchiinsa gaarii yeroo dheera kan ture rakkoo bishaan dhugaatii waggaa dheeraf addaan citee ture guyyaa har'a suphame tajaajilaa kennuu jalqabeedha.

Godina Harargee Lixaa aanaa xuulloo bulchiinsa ganda Rakkataa furaatti   kan fakkataa
29/10/2024

Godina Harargee Lixaa aanaa xuulloo bulchiinsa ganda Rakkataa furaatti kan fakkataa

Guyyaa 12-2-2017Godina Harargee Lixaa aanaa xuulloo bulchiinsa ganda Rakkataa furaatti suphaan daandiin sarara daandii h...
23/10/2024

Guyyaa 12-2-2017
Godina Harargee Lixaa aanaa xuulloo bulchiinsa ganda Rakkataa furaatti suphaan daandiin sarara daandii hirna-m/b afran qalloo geessuu irratti hirna hanga waajjira ganda geessu hirmannaa ummataatiin hojjatamaa kan Ooleedha.

Address

R/fura
Hirna

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bu'uuralee misoomaa Ganda R/furaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share