25/07/2023
Aanaa Nadhii Gibeetti duula marsaa jalqabaa akka Aanaatti gaggeffamuuf Orenteeshiniin Leenjii Dhibee Raammoo Mar'imaanii STH/SCH Ogeessota Buufata Fayyaa,Ekisteshinii Fayyaa,Ekispartii waajjiraa hirmaachisuun kennamaa jiraachuu Waajjirri Fayyaa Aanichaa beeksiseera. I/G/Wra Fayyaa Aanaa Obboo Samuel Siraj Ergaa Dabarsanini
Aanichatti hawaasni keenya fayyaa qabeessa akka ta'uuf dhibeewwan 'tiroopikaalaa' dagatamoo irratti xiyyeeffannoon hojjetamaa akka jiruu fi leenjichi karaa qindaa'aa ta'een kennamaa jiraachun isaa Ibsameraa.