20/08/2026
Karoorri Misooma Inisheetivii Urgeessituu fi Mi'eessituu (Spise Initiative ) Milkaahaa Jira.
Godina Jimmaa Aanaa Shabee Sombootti Karoorri Misooma Inisheetivii Urgeessituu fi Mi'eessituu (Spise Initiative ) Kanneen Akka Heelii , Qunda Barbarree fi Irdii Milkaahaa Jira.