Limu Genat City Communication

Kaayyoon Fuula Feesbuuki kanaa Bulchiinsa Magaalaa Limmuu Gannati fi Uummata gidduutti yaa’insii odeeffannoo sirrii ta'e akka jiraatuf hawaasa magaalichaa waliin wal-Qunnamsiisuudha.

10/05/2026
09/05/2026
Raawwiin Hojiiwwan Xiyyeeffannoo qoratame.*******Godina Jimmaa Bulchiinsa Magaalaa Limmuu Gannatitti Gamaggamni raawwii ...
08/05/2026

Raawwiin Hojiiwwan Xiyyeeffannoo qoratame.
*******
Godina Jimmaa Bulchiinsa Magaalaa Limmuu Gannatitti Gamaggamni raawwii hojiiwwan xiyyeeffannoo bakka itti gaafatamtuun wajjira Buusaa Gonofaa Godina Jimmaa Aadde Laxiifaa A/Nagaa,Kantiibaa Magaalaa Limmuu Gannat Obbo Bustaan Yaasin,Koree Qindeessituu Magaalaa fi qooda fudhattoonni argamanitti gaggeeffameera.

Gamaggama kanaanis hanqinaafi ciminoota mul'atan irraatti mariin ballaan eerga taasifamee booda, Kallattiin hojii fuula duraa kaa'amuun goolabameera

Odeeffannoo Magaalaa keenyaa yeroo yerootti argachuuf liinkiiwwan armaan gadii cuqaasuun hordofaa👇👇👇

👉Facebook :- https://www.facebook.com/profile.php?id=61577513041420&mibextid=ZbWKwL
👉TikTok:- https://www.tiktok.com/.city?_r=1&_t=ZS-950LSFI4daS0
👉Telegram:- https://t.me/limugenatcitycommunication
👉YouTube:- https://youtube.com/?si=4sgIZSgH5WMOMlBH
👉Twitter:- https://x.com/CityLimu33614
👉Instagram:- https://www.instagram.com/limugenatcity?igsh=MTdsMzRiYW45YWIwaw==

Nu hordofuu keessaniif galatoomaa 🙏🙏🙏

Raawwiin Hojiiwwan Xiyyeeffannoo qoratame.*******Godina Jimmaa Bulchiinsa Magaalaa Limmuu Gannatitti Gamaggamni raawwiii...
07/05/2026

Raawwiin Hojiiwwan Xiyyeeffannoo qoratame.
*******
Godina Jimmaa Bulchiinsa Magaalaa Limmuu Gannatitti Gamaggamni raawwiii hojii Piroojektiiwwan xumuramanii eebbaaf qopha'aani koreewwan garaa garaa hojiilee xiyyeeffannoof ijaarame waliin taasifameera.

Gamaggama kana kan taasisan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Limmuu Gannat Obbo Bustaan Yaasin milkaa'ina hojii keenyaatif qooda fudhattoonni hundi dammaqiinsaan gahee isaani baahachuu akka qaban dubbataniiru.

Odeeffannoo Magaalaa keenyaa yeroo yerootti argachuuf liinkiiwwan armaan gadii cuqaasuun hordofaa👇👇👇

👉Facebook :- https://www.facebook.com/profile.php?id=61577513041420&mibextid=ZbWKwL
👉TikTok:- https://www.tiktok.com/.city?_r=1&_t=ZS-950LSFI4daS0
👉Telegram:- https://t.me/limugenatcitycommunication
👉YouTube:- https://youtube.com/?si=4sgIZSgH5WMOMlBH
👉Twitter:- https://x.com/CityLimu33614
👉Instagram:- https://www.instagram.com/limugenatcity?igsh=MTdsMzRiYW45YWIwaw==

Nu hordofuu keessaniif galatoomaa 🙏🙏🙏

   Gammachiisaa Hawaasni Magaalaa Limmuu Gannatiifi Naannawaa ishee baga gammaddan.*******Gaaffii Bu'uuraalee Misoomaa S...
07/05/2026

Gammachiisaa
Hawaasni Magaalaa Limmuu Gannatiifi Naannawaa ishee baga gammaddan.
*******
Gaaffii Bu'uuraalee Misoomaa Sabisteeshinii(Substation) Hawaasni Keenyaa gaafataa turuun isaa nii yaadatama, gaaffiin kun yeroo dheeraa kan lakkofsise ta'us xiyyeeffannoo mootummaan jijjiramaa hojii fayyadamummaa Uummata keenyaa mirkaneessuuf qabatee jiruun guyyaa har'aa ijaarsi pirojektii kana koontiraktaraaf kan kenname yoo ta'u, yeroo gabaabaa keessatti xumuramee hawaasa keenyaaf tajaajila kan kennu ta'u bakka buutuun mana maree Uummata Magaalaa Limmuu Gannatiifi Aanaa Limmuu Kossaa Aadde Musliimaa Rashiid ibsaniiru.

Odeeffannoo Magaalaa keenyaa yeroo yerootti argachuuf liinkiiwwan armaan gadii cuqaasuun hordofaa👇👇👇

👉Facebook :- https://www.facebook.com/profile.php?id=61577513041420&mibextid=ZbWKwL
👉TikTok:- https://www.tiktok.com/.city?_r=1&_t=ZS-950LSFI4daS0
👉Telegram:- https://t.me/limugenatcitycommunication
👉YouTube:- https://youtube.com/?si=4sgIZSgH5WMOMlBH
👉Twitter:- https://x.com/CityLimu33614
👉Instagram:- https://www.instagram.com/limugenatcity?igsh=MTdsMzRiYW45YWIwaw==

Nu hordofuu keessaniif galatoomaa 🙏🙏🙏

06/05/2026

Sosochii Duula Nafiladhaa Gurmuu Dubartootaà Magaalaa Limmuu Gannat.

Address

Limu Genet
Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Limu Genat City Communication posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share