EBWHG Aanaa Manchoo

EBWHG Aanaa Manchoo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from EBWHG Aanaa Manchoo, Public & Government Service, Jimma.

27/11/2024
10/10/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Misbahu Abdo, Ahmedu Bediru Abba Miju, Sefuu Kalil, Muhaz Aliyi, Mu'aaz Yaziid, Akimal Ab Raayya, Katimii Ahimad

11/05/2024
11/05/2024

Gamtaadhaan Gara Badhaadhinaatti!
*******
Biyya tokkummaa sab-daneessi itti mirkanaa’ee fi hawaasni siyaas-dinagdee tokkoo itti uumame ijaaruu kaayyoo godhatee galma gahiinsa isaatiif xiyyeeffannaan hojjachaa kan jiru Paartiin Badhaadhinaa hirmaannaa lammiilee hundaatiin ijaarsa biyya waloo dhugoomsuuf socho'aa jira.

Sab-daneessummaan hirmaachisummaa, heddumminaa fi hammattummaa isaatiin kan ibsamu ta'ee heddummina akka kennaa addaatti kan ilaaluu fi mallattoo tokkummaaf bu'uura waliin jireenya keenyaa akka ta'e Badhaadhinni ni amana.

Mul'ata waloo milkeessuuf waliin dhaabbachuu, wal tumsuu fi tokko ta'anii akka hedduutti, heddumminaanis akka tokkootti hojjachuun barbaachisaadha.

Galmootni misoomaa gama hundaan kan mirkanaahu, mul'atni badhaadhinaatis dhugoomuu kan danda'u lammiin hunduu garaa garummaa irraa gara tokkummaatti dhufuun gamtaadhaan imaluu yoo danda'edha.

Qormaatilee imala keenya irraa nu danqan tarkaanfannee miira obbolummaa dhugaatiin waliin dhaabbachuudhaan Itoophiyaa hirmaannaa lammiilee isheetiin boqonnaa hiyyummaa cufuun badhaadhinatti tarkaanfatte ijaaruuf gahee keenya bahachuun murteessaadha.

Address

Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when EBWHG Aanaa Manchoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share