Abaajifaar 5G Show

Abaajifaar  5G Show Kan hinjijjiiramne Rabbiin Qofa

oro
08/12/2025

oro

Guyyaa Juma'aa.Guyyaan Juma'aa Sadarkaalee Adda Addaa Qaba, Ergamaan Rabbii ﷺ  Akkana Jedhan;- Namni guyyaa jum'aa qaama...
05/12/2025

Guyyaa Juma'aa.

Guyyaan Juma'aa Sadarkaalee Adda Addaa Qaba,

Ergamaan Rabbii ﷺ Akkana Jedhan;- Namni guyyaa jum'aa qaama isaa dhiqatee eegasii saa'aa jalqabaa irratti gara masjiidaa deeme akka nama Rabbiif jecha Gaala qalee sadaqateet.

Namni immoo sa'aa lammataa irratti gara masjiidaa deeme akka nama sa'a sadaqateeti. Namni immoo sa'aa sadaffaa irratti gara masjiida deeme akka nama korbeessa sadaqateeti.

Namni sa'aa afraffaa irratti deeme immoo akka nama lukkuu sadaqateet, Namni sa'aa shanaffaa irratti deeme akka nama hanqaaquu sadaqateet,

Yeroo Imaamni ol bahee khuxbaa gochuu eegaletti garuu maleeykotni galmee isaanii cufanii khuxbaa dhageeffatuu eegalu" (Sahiih Bukhaarii, lakkofsa hadiisaa 881)

Rabbiin warra waan dhagahetti itti fayyadamu nu haa taasisu. Abu Huzeyiifa

Gatii Kee Beeki! ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬❍ Bishaan Haayilaandii Leetirii tokko suuqii guddaa keessa jiru gatiin isaa 30 ETB dha. ...
05/12/2025

Gatii Kee Beeki!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
❍ Bishaan Haayilaandii Leetirii tokko suuqii guddaa keessa jiru gatiin isaa 30 ETB dha.
Bishaanichumti Kaaffee tokko keessatti gatiin isaa 50 ETB dha.
Hoteelota gurgurddoo keessatti 200 ETB dha .wanti jijjiirama fide iddoo argama bishaanichaati. Tokkoon tokkoon iddoo argama bishaanichaa gatii adda addaa bishaan Haayilaandii walfakkaataaf kenna.

❍ Bakka jirtutti gatii akka qabdu sitti dhaga'amuu yoo baate akkasumas namni naannoo kee jiran hundi gatii kee xiqqeessu yoo ta'e, naannoo sana hin turin, Iddoon ati jirtu gatiikee xiqqeessa Yoo tahe iddoo gatiin siif malu itti siif kennamu dhaqi. Gatii Ofii keef kenni, of dinqisiifadhu! Gatii xiqqaadhaan of hin madaalin

05/12/2025
s aa w 💖 💓 💗
05/12/2025

s aa w 💖 💓 💗

04/12/2025

Shuf milishaa

Dedo sheekhi Qubee isa ammaasaniin
01/02/2024

Dedo sheekhi Qubee isa ammaasaniin

Address

Dhugaa
Jimma
JIREENYA

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abaajifaar 5G Show posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share