Gemeda Abdi Gutu

Gemeda Abdi Gutu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gemeda Abdi Gutu, Political Party, Kore, Kofele.

Paartiini Badhaadhinnaa Aanaa Qoree (Kofale Lakk 2) Kaadhimamtoota Filannoo Biyyaalessaa Marsaa 7ffaaf Paarlamaa fi Caff...
25/03/2026

Paartiini Badhaadhinnaa Aanaa Qoree (Kofale Lakk 2) Kaadhimamtoota Filannoo Biyyaalessaa Marsaa 7ffaaf Paarlamaa fi Caffee Naannoo Oromiyaatiif ummata Aanaa Qoreetiif bakka Bu'úuni Dorgomani Ifoomse.
.. Akka Biyyaatti Filannoo biyyaalessaa Marsaa 7ffaa bara 2018 gaggeeffamuuf kaadhimamtoota Paartii Badhaadhinnaa Dandeettii,Qulqulluma ilaalchaa,Beekkumsaa fi Muuxanoo gara garaa qabanii fi kutannoofi Murannoo hojii isaaniitiini goonfatani akkasumasi imala jijjiiramaa eeggalame caalmatti itti fufsiisuuf gahumsa qabani jedhamanii itti amaname naannoo filannoo kofale lakk 2(Aanaa Qoree) bakka Bu'uuni dorgoman Paartii Badhaadhinnaa Aanaa Qoree ifoomseera.
... Haaluma kanaani :-
... 1.Aaddee Safiyyaa Huseeni Badhaasoo
~Paarlamaa federaalaatiif
.... 2.Obbo Muhaammad Usheettoo
~Caffee Naannoo Oromiyaatiif
... 3.Aadde Boontuu Kadiir
~Caffee Naannoo Oromiyaatiif
..... 4.Obbo Hajjii Bunoo ~Caffee Naannoo Oromiyaatiif Kaadhimamtoota Paartii Badhaadhinnaa ummata Aanaa Qoree ta'anii ifoomaniiru.
Filannoo Keenya Jijjiirama Keenyaaf !!

24/03/2026
  lakk. 2‼️==========Buufata  Filannoo Kofalee Lakk. 2 Kaadhimamtoota filannoo biyyoolessaa marsaa 7ffaa irratti Paartii...
24/03/2026

lakk. 2‼️
==========
Buufata Filannoo Kofalee Lakk. 2 Kaadhimamtoota filannoo biyyoolessaa marsaa 7ffaa irratti Paartii Badhaadhinaa bakka bu'uun Mana Maree Bakka Bu'oota uummataa fi Caffee Oromiyaatiif magaalaa Qoree Buufata Filannoo Kofalee Lakk 2. dorgoman :-

1ffaa Kab.Aaddee Safiyya Huseen Mana maree bakka bu'oota uummataatiif

2ffaa Kab.Obbo Muhaammad Ushetoo
Caffee Oromiyaatiif

3ffaa kab. Aaddee Boontuu Kadiir Caffee Oromiyaatiif

4ffaa Kab.Obbo Gajji Bunoo
Caffee Oromiyaatiif dhiyaataniiru. Badhaadhina filadhaa Mallattoon keenya qamadiidha .

Aaddee Safiyyaa Huseen Badhaassoo Bakka Butuu Paartii Badhaadhinaa  MM Bakka Bu'oota ummataa FDRItiif, Buufata filannoo ...
24/03/2026

Aaddee Safiyyaa Huseen Badhaassoo Bakka Butuu Paartii Badhaadhinaa MM Bakka Bu'oota ummataa FDRItiif, Buufata filannoo Kofalee lakk.2 dhihaataniiru!

Address

Kore
Kofele

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gemeda Abdi Gutu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share