Mana Murtii Aanaa Qoree

Mana Murtii Aanaa Qoree Haqni Hundaaf

26/08/2026

Oolmaa dhaddachaa!!!

Godina Arsii Lixaa Aanaa Qoreetti Manni Murtiii Aanaa Qoree dhaddachaa Gaafa Guyyaa 19/12/2018 ooleen Daldaltoota Gatii meeshaa hin maxxansine irratti tarkaanfii fudhate
Hagaayya bultii 19/2018 Qoree

Manni Murtiii Aanaa Qoree dhaddachaa Gaafa Guyyaa 19/12/2018 ooleen Daldaltoota Gatii meeshaa hin maxxansine adabeen,Guyyaa Ayyaanaatiin Galme RTD baayina 60 ol ta'u Qindoomina Waajjira poolisii fi Waajjira Abba Alangaa Aanaa Qoree woliin ta'uun hojjateen Qarshii 300,000(Kuma dhibba sadii) ol mootummaaf Galii taasisee Jira.
Kanuma sababeeffachuun pirezedaantiin Mana Murtiii Aanaa Qoree Kabajamoo Obbo Guutama Tasfaye Murtiiin kun Gabaa tasgabbeessuufi qaala'insa jireenyaa gadi buusuuf kan gargaaru ta'uun ibsuun Namoota boqonnaa isaanii dhiisaanii Guyyaa Ayyaanaatiin iddo hojiitti argamuun hojii kana hojjatan galatoomfatanii jiru

•••∭•••

KOMUNIKEESHIINII MMO GODINA ARSII LIXAA.
Odeeffannoolee adda addaa Mana Murtii Olaanaa Godina Arsii Lixaarraa argachuuf Marsaalee Hawaasaa keenya sirriitiin nu hordofaa 👇🏽
Tel. ➲
Email ➲[email protected]
Telegram ➲ https://t.me/MMOGAL2018
Facebook ➲ https://www.facebook.com/profile.php?id=61561826610215
X ➲ https://x.com/MMOGAL2025
YouTube ➲ https://youtube.com/
Instagram ➲ https://www.instagram.com/mmgoalixaa
WhatsApp ➲ https://whatsapp.com/channel/0029VbBugvqB4hdTl4YX2p1O
TikTok ➲ https://www.tiktok.com/.goarsii.lixaa
Website ➲R

Thank you🙏

26/08/2026

Address

Kore

Telephone

+251916491221

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana Murtii Aanaa Qoree posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share