Communication of Muchucho Cancoo.

Communication of Muchucho Cancoo. At this page Agricultural work at this place displayed.

03/11/2023
Godina Bun/Beddele Aanaa makkoo Ganda m/Caancoottii Hojii Inisheetivota Lafaa qabsiisuuf Inisheetivii Diinagdee magariis...
03/11/2023

Godina Bun/Beddele Aanaa makkoo Ganda m/Caancoottii
Hojii Inisheetivota Lafaa qabsiisuuf Inisheetivii Diinagdee magariisattiif kan Dhaabbaatee Kunuusaa Har'aa Jalqabuuf Lafaa Buufataa Biqilaa addaa baasaa Jira Innis bifaa argamuu kanaa fakkaata.

Akkumaa beekamuu Hojii Ganda Communication M/Caancoo ibsaa jiraachuun ni beekamaa Har'aa immoo Hojii Fayyaa Fudhaane Dhu...
03/11/2023

Akkumaa beekamuu Hojii Ganda Communication M/Caancoo ibsaa jiraachuun ni beekamaa Har'aa immoo Hojii Fayyaa Fudhaane Dhufnee jira nuu Hordofaan Affeeraa keenyaa.

25/10/2023

Hojii Qonnaa Qamadii Jallisii bonaa Ganda muchachoo Caancoottii Facaasan isaa Guyyaa 13/2/2016 yeroo Jelqabuu Kanaa fakkaata.

Guyyaa 28/1/2016 fi Guyyaa 1/2/2016 hojii  Inisheetivii Godina Buno Beddele Aanaa Makkoo Ganda muchachoo Caancoo keessat...
12/10/2023

Guyyaa 28/1/2016 fi Guyyaa 1/2/2016 hojii Inisheetivii Godina Buno Beddele Aanaa Makkoo Ganda muchachoo Caancoo keessattii argamtanii muraasa ilaalaa Kan caaluu argaachuu gandichaattii walii haa arginuu.
1 Inisheetivii Agro-forestry
2 Inisheetivii muduraa
3 Inisheetivii Baqeela
4 Inisheetivii mis/Bunaa
5 Inisheetivii mi'eessitu
6 Inisheetivii m/foonii.

Godinaa Buno Beddele Aanaa Makkoo Gandaa muchachoo Caancoo keessattii Sosochii Hojii Qonnaa Qamadii Jallisii fi Bonee Fu...
03/10/2023

Godinaa Buno Beddele Aanaa Makkoo Gandaa muchachoo Caancoo keessattii Sosochii Hojii Qonnaa Qamadii Jallisii fi Bonee Fulbaana 18/2016 Qoodaa Fudhaattota hojii Kanaa waliin akkaata Hojii Jallisii bara Kanaa Karoora Hixaata Rawwaatamuu mari'atamee.

Hojiin Qonnaa Godinaa Buno Beddele Aanaa Makkoo gandaa  Muchucho Caancoottii √Kompostii Idilee Awaaluu√Kilaastera Boqqol...
20/09/2023

Hojiin Qonnaa Godinaa Buno Beddele Aanaa Makkoo gandaa Muchucho Caancoottii
√Kompostii Idilee Awaaluu
√Kilaastera Boqqollo
√Maree Hojii Kurmaana 2ffaa Sagaanta Clam P for R .
√Gordomoo ijaaru
√Ogummaa misooma Beeyilada.

Jallattota Hojii Gandaa Bu/Yaaroo fi Hojii Qonnaa Gandichaa hundaaf Baraa 2014 ttii Hojii midiyaa walii qunamsiisuuf jen...
19/10/2021

Jallattota Hojii Gandaa Bu/Yaaroo fi Hojii Qonnaa Gandichaa hundaaf Baraa 2014 ttii Hojii midiyaa walii qunamsiisuuf jenee yeroo Ammaa page kanaa banee jiraa kanaa Bagaa Gamaadan fi Gamaanee jenaa.

19/10/2021

Address

Makkoo, Beddele, Oromia
Rob Gebeya

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Communication of Muchucho Cancoo. posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Communication of Muchucho Cancoo.:

Shortcuts

Share