Yoom Gamteessaa

Yoom Gamteessaa fuulli fb kun kan dhuunfaa kiyyaa waan ta'eef ilaalcha dhuunfaa kiyyaa osoon hin daangeffamin ibsadh

Faaya misoomaa BishooftuuBaga ayyaana Irreechaa 2018 nagaan geessan !
03/10/2025

Faaya misoomaa Bishooftuu
Baga ayyaana Irreechaa 2018 nagaan geessan !

27/08/2025

Check out Girma M Gamtessa’s video.

Gandi Caffee Donsaa Badhaasa Presidential Award bara 2016 abbaa Geebaa tahee jira.🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇Bulchiinsa Magaalaa Roobee,...
26/07/2024

Gandi Caffee Donsaa Badhaasa Presidential Award bara 2016 abbaa Geebaa tahee jira.
🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇
Bulchiinsa Magaalaa Roobee, Kutaa Magaalaa Adooshee Walasheetti Gandi Caffee Donsaa raawwii hojii karoora xiiqii bara 2016 qabxii Daran olaanaa/97.56/ galmeesseen badhaasa presidential award sadarkaa Oromiyaatti guyyaa har'aa gaggeefame irratti mootora tokkoo fi certificate beekamtii presidentii keenya obbo Shiimallis Abdiisaa irraa badhaafamee jira.

Baga Gammaddan!
🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇

Magaalaa Roobee!Magaalaa jaalalaa🥰   #ከተማ
07/05/2024

Magaalaa Roobee!
Magaalaa jaalalaa🥰

#ከተማ



Bulchiinsa Magaalaa Roobee Kutaa Magaalaa Adooshee Walasheetti Marii Daldaaltota waliin adeemsifamee jira.  ➖➖➖➖➖➖➖➖Bul/...
02/03/2024

Bulchiinsa Magaalaa Roobee Kutaa Magaalaa Adooshee Walasheetti Marii Daldaaltota waliin adeemsifamee jira.
➖➖➖➖➖➖➖➖
Bul/Magaalaa Roobee Kutaa Magaalaa Adooshee Walasheetti hirmaannaa daldaaltota irraa eegamu ilaalchisuun marii bilchaataan guyyaa har'aa gaggeeffamee jira.
Ajandaan marichaas;
➧Gumaata Buusaa Gonofaa gahee isaanii bahuu akka qaban
➧Daldaala Seeraan Alaa to'achuu keessatti hirmaannaa hirmaannaa isaanii akka bahan
➧Qaala'iinsa jireenyaa tasgabbeessuu fi bittaa fi gurgurtaa meeshaalee nagahee qofaan akka geeggefamu
➧Haala Nageenya magaalaa fi naannoo isaanii eeguu keessatti daldaalaan abbummaan hirmaachuun gahee irraa eeggamu akka bahu mariin bilchaatan geeggefamee jira.

Marii geeggefame kanaanis gahee daldaalaa irraa gama hundaan eegamu bahuu akka qabanii fi dirqama isaanii tahuu irratti walii galuun gahee irraa eeggamu bahuu akka qaban waliigaluun danda'amee jira.

Ardaa Jilaa Me’ee Bokkoo! Sirni walharkaa fuudhiinsa Baallii Gadaa Oromoo Gujiii iddoo Seena qabeessa Ardaa Jilaa Me'ee ...
16/02/2024

Ardaa Jilaa Me’ee Bokkoo!

Sirni walharkaa fuudhiinsa Baallii Gadaa Oromoo Gujiii iddoo Seena qabeessa Ardaa Jilaa Me'ee Bokkoo tti gaggeeffama. Ardaa Jilaa Me'ee Bokkootti kanattis walharkaa fuudhiinsa Baallii Gadaa dabalatee lallabbiin seeraa sirna ittiin bulmaata Oromoo Gujii ni raawwatama.

Seerri tumamuu fi lallabamus seera ilma namaa qofa osoo hin taane seera lafaa fi samii, seera biqilootaa fi bishaanii, seera bineensotaa fi loonii dabalatee seera uumaa fi uumama gidduu jiru dabalata.

Address

Robe

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yoom Gamteessaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Yoom Gamteessaa:

Share