MMurtii Kutaa Magaalaa Adooshee Walashee

MMurtii Kutaa Magaalaa Adooshee Walashee Odeeffannoo Mana Murtii keenyaa argachuuf page kana follow, share fi like godhaa

06/08/2026
ADOOLESSA 23 BARA 2018Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Adooshee Walashee Sagantaa cufiinsa yeroo hojii idilee mana murt...
31/07/2026

ADOOLESSA 23 BARA 2018

Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Adooshee Walashee Sagantaa cufiinsa yeroo hojii idilee mana murtii sababeeffachuun Get-together gaggeessee jira.

Sagantaa kana irrattis Hojjeettoota raawwii hojii olaanaa qabaniif badhaasaa fi waraqaan ragaa kennameefii jira.

Hirmaattotni waamicha keenya kabajjanii sagantaa keenyarratti argamtan maqaa Mana Murtii keenyaatiin galatoomaa isiniin jenna.
Yeroo boqonnaa gaarii isiniif hawwina !

26/07/2026
26/07/2026
26/07/2026
Hawaasni Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Adooshee Walashee, Baga Gammaddan, Baga Gammanne!Manni Murtii Aanaa Kutaa Maga...
25/07/2026

Hawaasni Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Adooshee Walashee, Baga Gammaddan, Baga Gammanne!

Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Adooshee Walashee, hojii bara 2018 keessatti raawwateen, kallattiilee hundaan gaggeeffameen, Manneen Murtii Kutaalee Magaalaa jiran keessaa, sadarkaa 2ffaa bahuun, geebaa fi waraqaa ragaa badhaafamee jira.

Address

Bale Robe
Robe

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when MMurtii Kutaa Magaalaa Adooshee Walashee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share