28/07/2026
๐๐๐'๐ข๐ข๐ง ๐๐๐๐จ๐จ๐ญ๐ข๐ข ๐๐๐๐ซ๐๐ ๐๐๐ง๐ง๐๐๐ง ๐๐ฎ๐ซ๐ญ๐ข๐ข ๐๐๐ ๐๐๐ฅ๐๐ ๐๐ก๐๐๐ฌ๐ก๐๐ฆ๐๐ง๐ง๐๐ ๐๐๐ซ๐ฌ๐๐ ๐๐๐๐๐๐ง ๐ ๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐ฆ๐.
๐๐๐จ๐จ๐ฅ๐๐ฌ๐ฌ๐ ๐๐,๐๐๐๐
๐๐ก๐๐๐ฌ๐ก๐๐ฆ๐๐ง๐ง๐๐
โขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโข
Manni Murtii Ol'aanaa Magaalaa Shaashamannee Yaa'ii Abbootii Seeraa Manneen Murtii Magaalaa Shaashamannee marsaa 3ffaa dhaadannoo mata duree "Keennisa Tajaajila Abbaa seerummaa Teknooloojiin deeggarree gara waraqaa maleessatti ceesisuun dhaqqabamumaa fi si'oomna Haqaa ni Mirkaneessina!" jedhuun milkaa'inaan gaggeessee jira.
Yaa'ii kana irratti hirmaattonni qaamolee adda addaa irraa sadarkaa hoggansaa garagaraa irratti argaman afeeramanii hedduun kan hirmaatan yoo ta'u, Qindeessaa Dhaddacha Dhaabbii Kibbaa Mana Murtii Waliigala Oromiyaa, Pirezdaantota Manneen Murtii Ol'aanaa Godinaalee dabalatee, Abbootii Gadaa fi Haadholii hirmaataniiru.
Yaadni dhiyeessii fi tajaajila Mana Murtii Magaalaa Shaashamannee ilaalchisee hawaasa irraa kaโus baay'ee gaarii fi jajjabeessaa kan ture ta'uu isaa Hawaasnis tajaajila haqa irratti hundaa'e fi saffisaa ta'e argachuu isaaniitti gammachuu guutuu ibsataniiru.
Yaa'icha irra qaamolee milkaa'inna hojii keessatti gahee bahataniif badhaasnii fi beekkamtiin erga kennameefii booda xumura irratti ibsi ijjannoo qabxii 8 qabu dhiyaatee milkiin goolabameera.
'aanaa
---