Lema megersa government official

Lema megersa government official This page is creatded for business promotions

Ni turra malee ni urraa.
11/05/2025

Ni turra malee ni urraa.

22/02/2024

Be carful who you build with, because people will use you for the foundation. and finish the structure with somebody else.

13/11/2021

No one wants to support you at the start of your journey but once they see your success they all want to be friends again.!!

02/09/2021

-Yeroon keessa jirru yeroo waliin waliif qabsoofnu malee kan walirratti duullu miti.

01/09/2021

-Kana booda Oromiyaan dirree yuusa waraabessaa taatu hinjirtu. Oromoonis gateettii ittiin ilmaan bineensaa lamuu ofirratti baatun hinqabu! Nu ga’ee jira!

-Oromoo keessa miti, Bosona Oromiyaa keessallee amma booda Leenca malee Waraabessi hin jiraatu! Firii filannoo baranaa Oromoon qaata barate, Oromoon tarsimoo egeree isaaf tolu akka hin cabnetti tottolfatee lafa kaawwachaa jira kunis kuunnoo miti kunooti. Namni kan darberraa hin baranne gowwaa qofa gadameessi haadha oromoo gowwaa hin deenye gara laafessa malee; garalaafinni kana booda waan nutti deebitu miti. dogogora nu mudatee saba keenya gatii hin barbaachifne baasifneef dachaa goonee oromoof hanga deebifnutti boqonnaa tokko malee ni honjenna hojjechaas jirra. Firii isaas dhiyootti saba kanaaf galii goona waaqnis nu gargaara.

The reality was this;Thank you Dr. Awel Alo
31/08/2021

The reality was this;
Thank you Dr. Awel Alo

31/08/2021

Itoophiyaan amma yeroo kamiyyuu caalaatti daandii qaxxaamuraa irra dhaabbattee jirti. Amma gartokkotti goruun dirqamadha.

ኢትዮጵያ አሁን ከመቼውም ግዜ በላይ መስቀለኛ መንገድ ላይ ቆማለች። አሁን ወደ አንዱ መሄድ የግድ ነው።

I am alive! The truth will soon be revealed. Thank you my compadre Milkessa Gemechu!
27/08/2021

I am alive! The truth will soon be revealed. Thank you my compadre Milkessa Gemechu!

11/08/2021

Waantota akka dhuunfaattis ta'e akka sabaatti nurratti raawwate sammuun irraanfatus lapheen madoofte garuu irraanfachuu hin dandeessu.!

Yeroon kun oromoodhaaf yeroo kamuu caalaa yeroo sirriitti of_qoheessuu qabudha.

Address

Ak'Ak'I Besek'A
Shewa

Telephone

+251911504711

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Lema megersa government official posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Lema megersa government official:

Share