Bulchiinsa Aanaa Bachoo

Bulchiinsa Aanaa Bachoo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Bulchiinsa Aanaa Bachoo, Tulu Bolo.

21/03/2022
Guyyaa 13/2/2014Sagantaa Daawwanaa Oomisha Xaafii Kilaastara (Field Day) taasifame.
24/10/2021

Guyyaa 13/2/2014

Sagantaa Daawwanaa Oomisha Xaafii Kilaastara (Field Day) taasifame.

Adooleesa, 27/2013Gamaagama raawwii hojii bara 2013 fi marii qophii karoora hojii bara 2014 irratti akka aanaa Bachootti...
03/08/2021

Adooleesa, 27/2013

Gamaagama raawwii hojii bara 2013 fi marii qophii karoora hojii bara 2014 irratti akka aanaa Bachootti eegalamee jira.

Godiina Sh/Ki/Lixaa aanaa Bachootti leenjiin dandeetii cimsuu milishootaaf kennamaa jira.
28/03/2021

Godiina Sh/Ki/Lixaa aanaa Bachootti leenjiin dandeetii cimsuu milishootaaf kennamaa jira.

Aanaa Bachootti Misooma Qamadii jallisii Ganda Qonnan Bultoota Awash Bunee.
08/03/2021

Aanaa Bachootti Misooma Qamadii jallisii Ganda Qonnan Bultoota Awash Bunee.

Guraandhala 25/2013Aanaa Bachoo magaalaa Tullu Boollootti Eebbi Pirojektii Mana Hojii A/Alangaa Gaggeeffameee jira.Godin...
04/03/2021

Guraandhala 25/2013

Aanaa Bachoo magaalaa Tullu Boollootti Eebbi Pirojektii Mana Hojii A/Alangaa Gaggeeffameee jira.

Godina Sh/Ki/Lixaa aanaa Bachootti ijaarsi pirojektii Mana Hojii Abbaa Alangaa aanichaa qarshii miilliyoonna 4.9n waldaa ijaarsa Gamoo Kasahuun, Tamasgeenii fi Hiriyoota isaatiin Ijaaramaa ture guyyaa har'aa bakka hooggantooni godiinaa fi naannoo argamanitti eebifamee jira. Sagantaa eebba pirojektii kana irratti Bulchaan Bulchiinsa Godiinichaa Obbo Magarsaa Dirbsaa pirijektoota hedduu eebbisiissuun galma badhaadhinaa qabame bira ga'uun akka danda'amu dhaamanii jiru.

Hojiin ibsaa daandii irraa diriirsuu Magaalaa Tullu Boolloo yeroo gabaabaa keessatti sadarkaa kana irra gahee jira. Hawa...
23/01/2021

Hojiin ibsaa daandii irraa diriirsuu Magaalaa Tullu Boolloo yeroo gabaabaa keessatti sadarkaa kana irra gahee jira. Hawaasin magaalichaas baga gammadan jechaa, hirmaannaa keessan hojii boonsaa kanaaf taasiftaniif galanni guddaan isiniif yaa ta'u.

Hojiin misooma daandii baadiyaa aanaa Bachoo haala kanaan hojjatamaa jira.Misooma daandii guddina diingdee fi hawasumaa ...
27/12/2020

Hojiin misooma daandii baadiyaa aanaa Bachoo haala kanaan hojjatamaa jira.

Misooma daandii guddina diingdee fi hawasumaa biyya tokkoo keessatti gahee bakka hin buune qaba.
Ta'us misooma kana babal'isuuf baasii maallaqaa guddaa kan gaafatu waan ta'eef hirmannaan mootummaa fi hawaasaa cime itti fufuu qaba.

Address

Tulu Bolo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bulchiinsa Aanaa Bachoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share