Wajjira M/Jallisii Fi H/Bulaa A/Dhaas

Wajjira M/Jallisii Fi H/Bulaa A/Dhaas This page is belongings to Dhas Woreda Irrigation development and pastoralist office since July 25, 2022

    kan kanaan duraa harkiifachaa ture ammaa Ijaarsii isaa xumuramee Sadarkaa   qophaa'ee jira. !!!
29/11/2024

kan kanaan duraa harkiifachaa ture ammaa Ijaarsii isaa xumuramee Sadarkaa qophaa'ee jira.

!!!

  madda galii adda addaa akka horatuuf bara kana   ol ijaaruun hojjitti galchuun himame.✦✦------✦✦-------✦✦-------✦✦Itti...
29/03/2024

madda galii adda addaa akka horatuuf bara kana ol ijaaruun hojjitti galchuun himame.
✦✦------✦✦-------✦✦-------✦✦
Itti aanaa Hooganaa Biiroo Misooma Jallisii fi Horsiisee Bulaa Oromiyaaf itti gaafatamaa Misooma Horsiisee Bulaa Naannichaa Obbo Roobaa Tuurcee ibsa addaa kennaniin Horsiisee Bulaan
Madda Galii adda adda akka horatuuf diinagdeesaa ijaaruuf gochuu Waldaan gurmeessudhaan ,Namoota fedhii walfakkaata qaban walitti fiduun daldalaa adda adda keessa akka seenaniif waldaa 170,Miseensa 18,253 qabu Mootumman Mallaqa ka’umsa giddu galeessa waggaatti Qarshii- Miliyoona 38,deeggaramaniiruu jedhanii. Namoota 24,761 Qarshii Ka’umsa Mil.233,622,400 Hojii adda addaa keessatti hirmaachisuun danda'ameera.Karaa biraatiin jedhan Obbo Roobaan
Hawaasa Horsiise Bulaa Naannoo keenna jiraatu waggatti Lafa Heektaara Milyoona 3 Margaa irratti Misoomee, yeroo hongeen isaa muudatu itti fayyadama taasisudhaaf ,akkasumas marga loon giddu galeessaan Toonii Miliyoona 2 ta’u ol kawwachuun,Looni Miliyoona 3fi isaa oli akka itti fayyadaman taasifameera.Karaa biraan
Hawaasni Horsiise Bulaa Humna dandammannaa akka Horatuuf Sagantaa Uuwwisaa Inshuransii Beelladaa diriirsuudhaan akka irraa fayyadamu gochuun Abbaa Warraa kuma 50 oliif Beelladootni uuwwisa kan argatan immoo Kuma 200 ta'uu himanii deeggarsa kanaafis akka tasaa oolan yoo uumameef belladni Kuma 200 uwwisa Qr. Bilyoona 1 oliin waabii aragte jira jedhaniiru.

BMJHBO

19/2016

03/07/2023
Aanaa Dhaasiti   ture   Hidhamaa jira.                                   26/2015Godina Boorana Bahaa Aanaa Dhaasiti Marr...
03/07/2023

Aanaa Dhaasiti ture Hidhamaa jira.





26/2015
Godina Boorana Bahaa Aanaa Dhaasiti Marrii Aamamaa ture Gara beeliiti deebi'ee Hidhamaa jira

Waan oli kaa'anii oli kaanii fuudhan Akkuma jedhan Rakkoo baroottan darbani keesa Sababa hongeetiin
Miidhamaa turre qaabachaa Uummati keenna Carraa rooba Arganneti fayyadamne Buuyyoo Aamanne, tuulanne kuusaa buuyyooti Galfannee Qe'ee teennati tuulanne oli keeyyachuun honge bori dhuftu irraa Akka dandamannuf Uummati keenna Aamaa Buuyyoo tanati jabaannee hidhaan hidhannee halkan Fi Guyyaa hojjachuu qabna jedhan I/G waajjira jallisii Fi Horsiisee Bulaa Aanaa Dhaas

I/G ijaarsa Paartii Badhaadhinna Aanaa Dhaas Hawaasi keennaa hojii Aamaa Fi Tuulaa Marraa kana Adoo dadhabdanii hin ifatin Rakkoo bonaa kan dhuftu sodaachaa Diqqaa Fi guddaan dhiiraa Fi Dubartin itti Marxifattanii Buuyyoo tuulattani qabdan carraa meeshaa kanati fayyadamtanii hidhachuun oli keeyyachuu qaban jedhan.

Hojiin   akkuma Itti fufeetti Jira.           Dhaas
02/07/2023

Hojiin akkuma Itti fufeetti Jira.

Dhaas

Guyyaa 18/10/2015Jilii Itti Aana Bulchaa Aanaa Dhaas Obboo   durfamu Hojii Haamaa Margaa Kanaan dura jalqabamee turee Sa...
25/06/2023

Guyyaa 18/10/2015

Jilii Itti Aana Bulchaa Aanaa Dhaas Obboo durfamu Hojii Haamaa Margaa Kanaan dura jalqabamee turee Sababa Nageenyatiin Addaan cite Guyyaa Hardhaa Itti aana Bulchaa Aanaa Dhaas Obboo Fi I/G Wajjira M/Jallisii Fi H/Bulaa A/Dhaas Obboo Marsaa Dhaas, Gaayoo Fi Marsaa Goorilleetti Bifa Adda ta'een Jalqabameera.

"NAGEENYA Keenya eeggachaa Misoomaan haa Badhaanu"_____!!

19/06/2023
Aanaa Dhaas Gandoota keessatti Haamaan Marraa Jalqabame.🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌾🌾🌾🌾Waxabajjii 8/2015 Godina Boorana bahaa  Aanaa Dhaas Ga...
17/06/2023

Aanaa Dhaas Gandoota keessatti Haamaan Marraa Jalqabame.
🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌾🌾🌾🌾
Waxabajjii 8/2015 Godina Boorana bahaa Aanaa Dhaas Gandoota hunda hojiin misoomaa marra haamuu jalqabameera.

Haamaan Marraa Kun bona adoolessaa dandamachuuf akka tahe Uummatni hubannoo duraan qabuuf muuxannoo oolaa dabre irraa barataniiin bifa bona dhufu irraa dandamachiisuu danda'uun qophaa'uun haamaa marraa jalqabeera. Muuxannoo kun akkaa aanichaatis beekkamaa waan taheef, ammas uummatii kheenna hundii torbee haamaa kanaatti jabaattanii akka haamattaniin dhaamsa kheenna.

'an_malee_ol-kha'anii hin fuudhan!

14/06/2023

Hardha Marra(buuyyoo) Haamachuun Boriif Qophaa'uudha. Qusannoodhas, Itti Haa Qophoofnuu, Bori Haa Eegalluu!!

Leenjiin pirojektii DRLSP-II Kan hubannoo WALDAALEE Irratti xiyyeeffate Xumuramee jira.Guyyaa 07/10/2015Leenjiiicha irra...
14/06/2023

Leenjiin pirojektii DRLSP-II Kan hubannoo WALDAALEE Irratti xiyyeeffate Xumuramee jira.

Guyyaa 07/10/2015

Leenjiiicha irraatti argamudhaan Haasaa guduunfaa kan taasisan I/G WMJH BULAA A/Dhaas Obboo Soraa Gaayoo fi I/G WBWHG Aabba Goollicha Liibaan ergaa fi kallattii fuuldura kaa'aniiru.

Dabalataan, Gama Hubannoo Seeratiin walqabatee Ogeessii Seeraa Aabba ( ) hubannoo Miseensota Waldaaleef kennee jira.

"Waldaan Gurmoofnee , Hiyyummaa Seenaa haa Taasifnu!!"

Guyyaa 07/10/2015 (RLM) FI ESSG GUDUUNFAMAA JIRA.Guduunfaa kan irratti argamuun kallattiin fuulduraa B/B Bulchaa obboo  ...
14/06/2023

Guyyaa 07/10/2015

(RLM) FI ESSG GUDUUNFAMAA JIRA.

Guduunfaa kan irratti argamuun kallattiin fuulduraa B/B Bulchaa obboo , I/G WMJHB Aabba Fi W/Qonnaa kaa'amaa jira.

Address

Moyale Road
Yabelo
DIDPO?983306%

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Wajjira M/Jallisii Fi H/Bulaa A/Dhaas posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Wajjira M/Jallisii Fi H/Bulaa A/Dhaas:

Shortcuts

Share