Gimbe Galma Page

Gimbe Galma Page By Using the best ways of Crimes control to Protect innocent peoples from attacks is our mission! Poolisiin Oromiyaa Gaachana Saba Oromooti.

The Current Reality in Almost all African Nations๐Ÿ™„
15/08/2026

The Current Reality in Almost all African Nations๐Ÿ™„

The problem with Africans is superiority complex when they are Christians they want to become Europeans ,when they are Muslims they want to become Arabs
Youweri Museveni

15/08/2026

Today's Lake Hawassa, Ethiopia

Mootummaan Asmaraa Qumaara Balaa Tigraay keessatti taphachuuf qophii xumure hojii jalqabe jira.โ€Žโ€ŽGaanfa Afrikaa balaan c...
08/08/2026

Mootummaan Asmaraa Qumaara Balaa Tigraay keessatti taphachuuf qophii xumure hojii jalqabe jira.
โ€Ž
โ€ŽGaanfa Afrikaa balaan cimaan mudachaa jira. Gamtaa farra Itoophiyaa โ€œTsimdooโ€ jalatti mootummaan Eertiraa bakka buโ€™oota naannoo xiqqaatti fayyadamuun Tigiraay gara naannoo buffer zonetti jijjiiruun waraana bakka buโ€™ummaa naannoo balโ€™aa taโ€™u godha jira.
โ€Ž
โ€ŽWaliigaltee Piritooriyaa hordofuun waraana booda dandamachuu mannaa, kaaba Itoophiyaa tasgabbii dhabuun dabalaa dhufee jira: Kunis
โ€Ž
โ€ŽDirqii Hogganooti Waraana Wayyaanee; Miseensotaa fi Hoggannonni wayyaanee ciccimoon dargaggoota humnaan qacaruu fi waraana xixiqqaatti gargaaramuun mormii fi abdii kutannaan haadholii naannoo irraa itti ka'ee jira.
โ€Ž
#โ€ŽMeeshaa Bakka Buโ€™aa: Gareen naannoolee walitti hidhamiinsa biyyoolessaa Itiyoophiyaa diiguuf akka "Farda Trojan" ta'anii socho'aa akka jiran hoggantoonni duraanii akeekkachiisan.
โ€Ž
โ€ŽAfooshaa Mootummoota Hedduu: Qindoominni Asmaraa, gareewwan waraanaa Sudaan, fi qooda fudhattoota alaa gidduu jiru rakkoo nageenyaa naannicha balโ€™aa kaasuuf sodaachisaa jira.
โ€Ž
โ€ŽGaaffii Xiinxala: (The Stakes)
โ€ŽTigraay riqicha nagaa taatee hafti moo, Waraana bakka buโ€™ummaa haaraa hamaa taโ€™een gara Mishigii jiโ€™oopoolitikaatti gadi buโ€™aa?
โ€Ž

 !Baga milkooftan!,  Baga Gammaddan!Kumaander  .Gootataa Keennaa, Ajajaa Qajeelcha Poolisii Godina Boorana Bahaa
27/07/2026

!
Baga milkooftan!, Baga Gammaddan!
Kumaander .
Gootataa Keennaa, Ajajaa Qajeelcha Poolisii Godina Boorana Bahaa

24/07/2026
Masrii (Gibxii/๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡ฌEgypt) durii fi Uummata Oromoo_&(Kush).  and  Description*Includes pictures*Includes ancient accounts o...
23/07/2026

Masrii (Gibxii/๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡ฌEgypt) durii fi Uummata Oromoo_&(Kush).
and
Description
*Includes pictures
*Includes ancient accounts of Oromos
*Includes online resources and a bibliography for further reading
*Includes a table of contents

If you want to discover the captivating history of the Ancient Egypt and Oromo then keep reading...

An association between ancient Egypt and Oromo nation of Ethiopia was completely forgotten. The stories of its might didnโ€™t survive in the history of its successor kingdoms, possibly because of an influences of Christianity and Islam, as well as Ethiopian kingdoms.
It was not until the early 20th century that the Oromo nation received its place in ancient history with the works of well known Egyptologist Flinders Petrie.

A scientific examination of the ancient Oromos reveals that although the Oromos were closely related culturally, historically, genealogically, linguistically and in many ways to the ancient Egyptians who built sphinxes, tombs, stelas and ruled ancient Egypt as pharaohs, queens and higher governmenance officials predominantly during 12th, 18th and 25th dynasties. They produced a civilization and philosophy that had many of its own unique attributes and was far more advanced than the world.

Ancient Egypt and Oromo examines the amazing history and legacy of one of the most interesting places in the world. Along with pictures of important people, places, and events, you will learn about an association between ancient Egypt and Oromo nation, the largest ethnic group in horn of Africa with a total population of more than 50 million like never before.
Where to get this important resource?

14/07/2026

'๐‘ฉ๐’Š๐’š๐’š๐’‚!' ๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐š๐š jechuun maal jechuudha? Hiikaan isii akkamiin ibsama?

๐Œ๐š๐ ๐š๐š๐ฅ๐š๐š ๐Œ๐จ๐จ๐ฒ๐ฒ๐š๐ฅ๐ž๐ž๐ญ๐ญ๐ข ๐‹๐š๐Ÿ๐ญ๐ข๐ข ๐Œ๐š๐ฅ๐š๐ง๐ฆ๐š๐ฅ๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐š๐š๐ง ๐’๐š๐š๐ฆ๐š๐ฆ๐ž๐ž ๐ญ๐ฎ๐ซ๐ž ๐ƒ๐ž๐ž๐›๐ข๐Ÿ๐š๐ฆ๐ž.โ€ŽBulchiinsa Magaalaa Mooyyalee, Ganda 02 iddoo adda...
30/06/2026

๐Œ๐š๐ ๐š๐š๐ฅ๐š๐š ๐Œ๐จ๐จ๐ฒ๐ฒ๐š๐ฅ๐ž๐ž๐ญ๐ญ๐ข ๐‹๐š๐Ÿ๐ญ๐ข๐ข ๐Œ๐š๐ฅ๐š๐ง๐ฆ๐š๐ฅ๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐š๐š๐ง ๐’๐š๐š๐ฆ๐š๐ฆ๐ž๐ž ๐ญ๐ฎ๐ซ๐ž ๐ƒ๐ž๐ž๐›๐ข๐Ÿ๐š๐ฆ๐ž.
โ€ŽBulchiinsa Magaalaa Mooyyalee, Ganda 02 iddoo addaa Gabayaa Boolee jedhamu, Lafti Mootummaa Qabiyyeen isi ๐†๐š๐›๐š๐ฒ๐š๐š ๐”๐ฆ๐ฆ๐š๐ญ๐š๐š ta'e, kan Malaammaltootni Seeraan Alaa gurguratani, Namoota dhuunfaatiif dabarsanii kennuun ๐Œ๐š๐ง๐ง๐ž๐ž๐ง ๐๐ก๐ฎ๐ง๐Ÿ๐š๐š 116 akka irratti ijaaraman erga taasisaniin booda, Eeruu hawaasaa fi hordoffii Qaamole Haqaa fi Bulchiinsaatiin Saaxilamuun akka Seeratti dhiyaatu godhame.
โ€ŽSaamicha lafaa ummataa irratti raawwatame kan duuka bu'anii haqaa Ummataa deebisuuf qabsoon jalqame kutannoon cime itti fufuun, Abbaan Alangaa Magaalaa Mooyyalee Qorannoo dadhabsiisa yeroo dheeraaf gaggeessa tureen dhimmicha qulqulleesse, M/Murtiitti himata dhiyeessuun Falmii cimaa taasisa tureen dhugaan akka ifa bahu ta'e. Bu'uruma kanaan M/Murtii Aanaa Mooyyalee dhaddacha gaafa guyyaa 23/10/2018 ooleen iddoo lafaa ijaarame muraasa irratti murtee seeraa kennuudhaan haqni Uummataa deebi'ee, manneen seeraan alaa lafa Gabayaa ummata sana irratti ijaaraman hundii diigamani laftii gara Baankii lafaatti akka deebi'uu murtaa'eera.
โ€Ž
๐‘ฏ๐’‚๐’’๐’๐’Š ๐‘ผ๐’Ž๐’Ž๐’‚๐’•๐’‚๐’‚ ๐‘บ๐’‰๐’Š๐’“๐’‚๐’‚๐’ โ€Ž๐‘ฎ๐’๐’๐’ˆ๐’‚๐’Ž๐’†๐’† ๐’€๐’†๐’“๐’๐’๐’‡ ๐‘ซ๐’‰๐’๐’Œ๐’‚๐’„๐’‰๐’– ๐‘ซ๐’‚๐’๐’…๐’‚'๐’‚,
โ€Ž๐†๐š๐ซ๐ฎ๐ฎ, ๐ก๐š๐ง๐ ๐š ๐๐š๐ฆ๐จ๐จ๐ญ๐ง๐ข ๐ƒ๐ก๐ฎ๐ ๐š๐š๐Ÿ ๐ฃ๐ข๐ซ๐š๐š๐ญ๐š๐ง ๐ญ๐จ๐ค๐ค๐จ๐จ๐Ÿ ๐ฅ๐š๐ฆ๐š ๐ก๐ข๐ง ๐ƒ๐ก๐š๐›๐š๐ฆ๐ง๐ž๐ญ๐ญ๐ข ๐ƒ๐ก๐ฎ๐ ๐š๐š๐ง ๐€๐ฐ๐ฐ๐š๐š๐ฅ๐š๐ฆ๐ž hin Hafu!
โ€Ž

Gootni Wareegamus, Maatiin Goota deessee kabaja gooticha ilma isaaniif kenname arguun Seenaadha!
21/06/2026

Gootni Wareegamus, Maatiin Goota deessee kabaja gooticha ilma isaaniif kenname arguun Seenaadha!

Address

Camuq
Yabelo

Telephone

+251936571889

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gimbe Galma Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Gimbe Galma Page:

Shortcuts

Share