Oro Multimedia

Oro Multimedia Artii Oromoo

20/12/2021
14/08/2021

Umurii waggaa 15'niin mana hidhaa seenee waggaa 83 yeroo tahu bahe.
Yakkicha hin hojjene. Tasuma bakka yakki hojjetametti argame. Haqi isaa dabee umurii isaa manni hidhaa jalaa nyaate. Gaafa achii bahu gamoon magaala keessaa, daandiin waan hunduu jijjiirameera. Teeknolojiin kun hundi dhufuus quba hin qabu ture. Sababni isaa kutaa itti hidamee hin baafamu ture. Garuu achuma keessa of gammachiisaa abdiin jiraataa ture. Abukaatoon dhimma isaa waggaa hamma kanaaf hordofaa ture garuu jira. Maarree akkamiin dhumarratti, oolee bubbulus, waggoota lakkoofsisu haqa isaa argate? Seenaa nama kanaa dubbisaa.
👉👉 https://bbc.in/3xzjSxB

14/08/2021

films Oro Comedy

12/08/2021

Akka gabaasni galmee biyyaalessaa mootummaa Itiyoophiyaa Central Statistics Agency ji’a darbee agarsiisutti Itiyoophiyaa keessatti ammas qaalawiinsi jireenyaa dachaan dabalaa jira. Gabaasi kun ji’a adoolessaa darbe kana qaalawiinsi jireenyaa dhibbeentaa 24.5’n dabaluu agarsiiseera. Qaalayiinsa...

11/08/2021

Afaan Oromo Kid Comedian Roobaa Jaafar

04/08/2021

Address

Nyanza
Kendu Bay
01425425385900

Telephone

+251972234807

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oro Multimedia posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Oro Multimedia:

Share