Galma Qabsoo Oromoo

Galma Qabsoo Oromoo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Galma Qabsoo Oromoo, Political organisation, Galma Qabsoo Oromoo, Moyale.

06/10/2021

CUUNFAA ODUU INJIFANNOO WBO ZOONII KIBBAA
Konyaa gujii bahaa

Irree fi gaachanni ummata oromoo wbon zoonii kibbaa konyaa gujii bahaa torbaan kana tarkaanfii haleellaa diina irratti fudhachuun injifannoolee boonsaa galmeessaa jiraa
Haaluma kanaan guyyaa 2/10/2021 gootichi bosonaa Cibraan laga dambii godina gujii bahaa aanaa sabbaa boruu ganda utuluu iddoo addaa dareersa jedhamutti waraana pp kan aanaa irraa ka'ee gara ganda utuluu deema turtetti haxxee itti hidhuun tarkaanfii laalessaa irratti fudhateen loltuu pp 10 battalatti ajjeesuun 7 ammoo madoo dandammii hin qabneen adabee jira
Akkasumas meeshaa kilaashii 2 fi hidhannoo 2 waliin hiikuun galii mooraa qabsoo bilsummaa oromootiif godhee jiraa

Ammas itti fufuun guyyaa 5/10/2021 cibraan laga dambii aanuma sabbaa boruu ganda utuluu fi ganda buuphoo giddutti lolaa jajjabaa guyyaa tookkotti marsa sadiif gaggeessen loltu diinaa 21 battalatti ajjeese 16 ammoo madoon adabee ganda utuluu keessa baasee gara aanaatti deebisuun guutumaa guututti ganda utuluu to'ateera

Haaluma walfakaatuun wbon zoonii kibbaa konyaa gujii bahaa cirbaa odaa adoolaa guyyaa 5/10/2021 aanaa gooroo doolaa ganda adaadii iddoo addaa dhagaa ormi irra bade jedhamutti lola haleellaa diina irratti gaggeessen loltoota pp 42 battalatti daaraa godhee 37 ammoo madoo dandammii hin qabneen adabee jiraa
Rasaasa fi qasina Akkasumas bag fi nyaata garagaraa irraa guuree dhuunfachuu danda'eera
Ittuma siqee jala bulee guyyaa 6/10/2021 cibraa odaa adoolaa aanaa liiban ganda hardoti iddoo addaa mana barumsa adaama jedhamutti humna birmannaa godina irraa kaatee gara ganda adaadi deemtu itti marsee loluun 6 battalatti ajjeesee 8 ammoo madeesse injifannoo boonsaa galmeesse jiraa

IUOF

29/07/2021

Dhugaa Oromoo baasuuf malee bosonni mana hin turre!!

26/07/2021

Mooyyale Mataa Seesitti mataan waraabeessa lafa taa'a!

03/07/2021

Address

Galma Qabsoo Oromoo
Moyale
595471

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Galma Qabsoo Oromoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Galma Qabsoo Oromoo:

Share