Lemma megersa wako

Lemma megersa wako Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Lemma megersa wako, Jimma.

Kan siif hubatuufKan siif gubatu dhabdus.Mul'ata kee Akka bakkaan geessu Abdiin qaba!
05/06/2022

Kan siif hubatuuf

Kan siif gubatu dhabdus.

Mul'ata kee Akka bakkaan geessu Abdiin qaba!

09/09/2020

Mootummaan kun miila malee dhaabbachaa jira barana..

Fakkeenyi isaa wayyaaneedha!
23/08/2020

Fakkeenyi isaa wayyaaneedha!

22/08/2020

Guyyaan ati ofii keetii hubattu ni dhufa shimallis,Ati diinummaa jara kanaa waan hubatte natti hin fakkaatu,qulqullummaa kee jala fiigaa jirta bar,kun immoo guyyaa tokko qilee si buusa,kanaaf dogoggora kee hubadhuu saba keef dhaabadhu,
bara hojii keenyaa akkasumas hojii keenya yaadadhu,Ati oromoo ta'uu kee oromoon hundi ni beeka ni amanas garuu hojiin kee oromoo bakka hin bu'u,

kun immoo hiriyyaa gadheetti maxxantee hafuu keeti.
waadaan waadaa hin kabajne waadaan haa cabu,kanaaf lammii kee siif wayya.
isa orma ormatu awwaala,siin garuu oromoo har'a gadi qabaa jirtutu si awwaala.
yeroo ati qabdu har'a qofa.

shimallisii biraan naaf ga'a.

16/08/2020

Mataa Iccitii,
team lemma duraanii irraa dhufe.
Qeerroon jira garuu qeerroon inni jiru isa diddaa isaa dhageessifatu miti!
qeerroo isa biyya jeeqaa ture walakkaan hin du'an,walakkan qaama miidhamoo ta'anii golatti galan,Qeerroo warri ammaa ajjaabii warra duriiti Qeerroon onnee guutuun lubbuu wareegee falmatu hin jiru, qeerroon sodaa qawwew hin qabne dhabaman oromiyaa keessaa amma qeerroon adda durummaan kan biyya jeeqsisu hin qabu waan ta'eef Waggaa 10ol yoo feene immoo 20 ni bulchina jechaa jiru?

Jecha kana biltsiginnaa har'aa kana keessaa baate!

Dhaamsa koo Ilmoon gootaa gootuma jedhan.
warri lubbuun darbee fi qaamaa miidhaman hundi dhuguma goota,garuu

oromoon waan isin gootan callisee ilaale malee onneen jara sanaa dachaadhaan uummata gidduu jira!

Dubbiin kun hin ta'aa qeerro?

Sagalee isiniif ta'uun dirqama oromummaati Amma bakka keessan kana seennutti jedheen amana!warreen daandii saaqanii ifa ...
14/08/2020

Sagalee isiniif ta'uun dirqama oromummaati Amma bakka keessan kana seennutti jedheen amana!
warreen daandii saaqanii ifa guddaa fidan,turtii yeroo muraasaa booda fuggisoo hojii isaaniin albee diinaan nyaatamuuf wareegaman.
Abban waan godhu dhabe "saroota of nyaachisa malee,hayyoota keenya saree hin nyaachisu"
Ani akka kootti qabsoo finiinsuutu agartuu keenya ukkaamsan kana bana jedheen Amana!
wanni baduuf ka'e tokko "ofii isaatii haa badu malee,nama balleessee baduu hin qabu"
dubbiin yeroo ammaa adeemaa jiru Abdii kutannaatti waan isaan galcheef Balleessanii baduu filatanii jiru.
yeroo Ammaa kanatti hoogganni akka jirutti "Bulguu"durii harka seenee jira!
isaan immoo harkaa fi harma muranii waan beekaniif ammas isa fiduu barbaadu,kana immoo oromoon marti tokkummaan dura dhaabbachuu qaba.
Qabsoon itti fufa.

Waan beekuu fi raawwachuu qabdan.Yeroo ammaa kanatti oromo waan gochuu qabdan inni ol aanaa fi murteessaan Hayyoota dhag...
12/08/2020

Waan beekuu fi raawwachuu qabdan.

Yeroo ammaa kanatti oromo waan gochuu qabdan inni ol aanaa fi murteessaan Hayyoota dhaggeeffachuudha!

Duulli hayyoota kee si jibbisiisu miidiyaa fi lafoon oofamaa jira.

garuu hayyoota kee yoo hin dhageenye,akka "Rirma abbaa Rirmaa dhabeeti" kanaaf
hayyoota dhaggeeffachuu,daandii beekaa hordofuu kaayyoo hayyootaa itti siqeenyaan ilaaluu.

Yeroo ammaa kana duulli jabaan hayyoota irratti adeemaa jira,kun immoo akka ati geggeessaa dhabdu si gochuufi yaa sabako!

kanaaf Hayyoota fageenyi daangessuu fi fageenyi hin daangessine rabbi nuuf kenne dhaggeeffannee,kaayyoo jaallan keenyaa galmaan akka geenyuun dhaamsa kooti!

"ija keenya tokko yoo ukkaamsan, ija keenya isa tokkoon barbaannee, dhugaa ija keenya isa tokkoo haa baasnu.

12/08/2020

Address

Jimma

Telephone

+966576493085

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Lemma megersa wako posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share