Mee dhugaa awwaadhu

Mee dhugaa awwaadhu Kijibaa saaxiluu

Fulbaana 30 booda....**********************Riqicha waanjoo GabrummaaCabsaa haa cabuu jedhe Haacaaluu Hundeessaa....✊😭😭😭😭
22/09/2020

Fulbaana 30 booda....
**********************
Riqicha waanjoo Gabrummaa

Cabsaa haa cabuu jedhe Haacaaluu Hundeessaa....✊😭😭😭😭

  danda'aa dhukkuba sammuutiin qabamuun isaa maddeen keenya nuuf eeraniiru😂😅
23/08/2020

danda'aa dhukkuba sammuutiin qabamuun isaa maddeen keenya nuuf eeraniiru😂😅

Yaa oromoo dubbiin keenna kun garamitti deemaa jira😭😭
30/06/2020

Yaa oromoo dubbiin keenna kun garamitti deemaa jira😭😭

Nafxanyaan Amma Haacaaluu Hundeessaa ilma sabaa ajjeeftee teettee nyaattii yaa saba koo oromoo ka'i Amma yeroon yeroo ma...
29/06/2020

Nafxanyaan Amma Haacaaluu Hundeessaa ilma sabaa ajjeeftee teettee nyaattii yaa saba koo oromoo ka'i Amma yeroon yeroo manatti deebi'anii booyan osoo hin taane yeroo qabsootii 😭😭😢

Siidaan H/Adam Saaddoo godina Baalee magaalaa Goobbaatti eebbifame
24/06/2020

Siidaan H/Adam Saaddoo godina Baalee magaalaa Goobbaatti eebbifame

Ilma biyyaaf dhaabate jechuun Isa kana malee ka garuma argan harkisanii miti   Leenca sabaa
22/06/2020

Ilma biyyaaf dhaabate jechuun Isa kana malee ka garuma argan harkisanii miti Leenca sabaa

Baacoo hedduu isin bashaannansiisuf   keenya like nuuf godhaa
26/12/2019

Baacoo hedduu isin bashaannansiisuf keenya like nuuf godhaa

12/08/2019

Osoo isin qunnamee maal gootu?

wantichi akka kana.
Guyyaa tokko gaafa sanbata
guddaa, gurbaan amantii ofii
jaalatu tokko uffatee qophaawee,
gara mana amantii ykn
kadhannaa isaa deema. akkuma
achi gaheenis, manni amantichaa
guutee sagantaan kadhannaa
jalqabamee namni hundinuu
afuura kadhannaa keessa akka
jiran hubate.
Bitaa mirga ilaalee, bakka taa’uu
osoo barbaaddatuu eddo
duwwaa tokko nama jidduutti
arge achi taa’uuf gidduu deemuu
jalqabe. innis gadi taa’uuf jidduu
gahee intala achii teesse jirtu
tokkoon, “dhiifama mee xiqqoo
ishii na jalaa siqi” jedhee gaafate.
isheenis sagalee of ol kaaste
iyyaa,”!kuni mana waaqayyooti
malee bakka itti jaalala saalaa
nama gaafatanii miti!!!, narraa
fagaadhuu!!” jettee iyyite.
namoonnis rifaatuun ija
bobaasuun kadhannaa keessa ol
utaalanii gurbicha ilaalutti ka’ani.
Kanaaf, osoo gurbaa kana taatanii
maali malli keessan? maal gootu?
Irratti hirmaadha!!
Baacoo Afaan Oromoo nama bashaannansiisanii fi nama bohaarsaniif page keenya gochuun Artii Oromoo waliin haa guddifnu.
Waan dubbiftaniif galatoomaa.

My new Lamborghini 😄😅
08/06/2019

My new Lamborghini 😄😅

Gaafii kana hojjadhaa mee
29/06/2017

Gaafii kana hojjadhaa mee

Adresse

Lorsch
64653

Telefon

+4915215778982

Webseite

Benachrichtigungen

Lassen Sie sich von uns eine E-Mail senden und seien Sie der erste der Neuigkeiten und Aktionen von Mee dhugaa awwaadhu erfährt. Ihre E-Mail-Adresse wird nicht für andere Zwecke verwendet und Sie können sich jederzeit abmelden.

Die Organisation Kontaktieren

Nachricht an Mee dhugaa awwaadhu senden:

Teilen