16/05/2024
-08-09-2016
Waajjirri Qonnaa Aanaalee Kutaa Magaalaa fi :-
1.Aanaa Malkaa Adaamaa
2.Aanaa Wanjii
3.Aanaa Dhakaa Adii karoora Misooma Qonnaa Xumurtanii waan jirtaniif Gabaasa -Qotamaa jiruu Guyyaa guyyaan Gabaasaa deemtu.
-Damee Qabeenya Beeyiladaa immoo Guyyaa har'aa irraa galchaa deemaa.
Aanaaleen Kutaa Magaalaa -shanan fi jala jirtan,
1.Aanaa Awaash
2.Aanaa Torban Oboo
3.Aanaa Aroorettii
4.Aanaa Solloqqee Dongorree
5.Aanaa Caffee fi
6.Aanaa Hangaatuu
# ogeessa Karoora ykn Bakka Bu'aa Kutaa magaalaa fi Aanaa keessanii qabatanii karoora keessan Sadarkaa Waajjira Qonna Bulchiinsa Magaalaatti akka galchinu waamicha isinii dabarsina.
Guyyaa hin Qabnu waan ta'eef Guyyaa 08/09/2016 irraa eegaltanii hanga guyyaa 09/09/2016 tti Leenjiin irra deebi'ee isinii kennamuu yoo barbaachisee Irra deebinee isinii kennuu dandeenya.
Hoggantootni Aanaa fi Kutaa Magaalaa kanneen irra jirtan xiyyeeffannaa itti kennaatti karoorri kun guyyaa har'aa haa xumuramu.
Aanaaleen Kutaa Magaalaa fi Gabaasa lafa qotamaa jiruu website www.agmis.gov.et jedhu irratti nuu ergaa jiru. Aanaaleen kutaa Magaalaa shanan fi jala jirtan Madaallii Amma Qabnuun Duubatti haftanii jirtu.