Waajjira HSB A/Adaamaa

Waajjira HSB A/Adaamaa Governmental office

Godina shawaa bahaa aanaa adaamaa ganda wanjii killiilitti deeggarssi namoota sababa covid_19 tin miidhamuu danda'aniif ...
28/05/2020

Godina shawaa bahaa aanaa adaamaa ganda wanjii killiilitti deeggarssi namoota sababa covid_19 tin miidhamuu danda'aniif raabsameera.
Deeggarssi raabsames
Daakuu xaafii 5.33
Zayita nyaataa 36 lit
Paastaa 18kg
Makoronii 18kg
Shiroo. 18kg
Barbarree. 18kg
Saamunaa gogaa 36 lakk. Namoota 41f raabsamee jira.

Godina shawaa bahaa aanaa Adaamaa ganda Diddiimtuutti covid_19 sababeefachuun namoota harkka qalleeyyii ta'an 61f boqqoo...
25/05/2020

Godina shawaa bahaa aanaa Adaamaa ganda Diddiimtuutti covid_19 sababeefachuun namoota harkka qalleeyyii ta'an 61f boqqoolloo 10kun dhaabbata SGDA jedhamuun guyyaa har'a 17/09/2012 raabsameefii jira. Dhaabbata SGDA Guddaa galateeffachaa gara fuula duraas deeggarssi keessan cimee itti yaa fufu jenna.

Deeggarssi sababa covid_19 tin walitti qabamaa ture raabsameera.         Bulchiinssa Aanaa adaamaa ganda wanjii shawaa a...
13/05/2020

Deeggarssi sababa covid_19 tin walitti qabamaa ture raabsameera.

Bulchiinssa Aanaa adaamaa ganda wanjii shawaa alamxeenatti deeggarssi walitti qabamaa ture guyyaa har'aa 05/09/2012
Daakuu daabboo 33.9kun
Daakuu boqqolloo 15.82kun
Paastaa 4.52kun
Zayita nyaataa 678 lit
Saamunaa harkkaa 226 lit ta'enamoota sababa covid_19 tin miidhamuu danda'an baayinaan 226 ta'aniif raabsameera. Qaamota deeggarssa kana arjoomanii fi koree deeggarssa kana walitti qabaa turaniif galanni keenya dachaadha. Ammas jabaadhaa itti fufaa jenna

09/05/2020

Haalli tatamssa'iinssa covid_19 hammaachaa waan jiruuf hawwaasnni keenya adaraa of dagannaa keessaa bahaa.

Bulchiinssa aanaa adaamaatti sababa tatamssa'iinssa covid_19 too'achuuf deeggarssi qaamolee garagaraa irraa walitti qaba...
09/05/2020

Bulchiinssa aanaa adaamaatti sababa tatamssa'iinssa covid_19 too'achuuf deeggarssi qaamolee garagaraa irraa walitti qabamaa ture , namoota sababa covid_19tiin miidhamuu danda'aniif raabsuun itti fufee jira. Guyyaa har'aas deeggarssi marssaa 2ffaa magaala Awaash malkkaasa'aa, u/m/obaa, Q/luuxoo dhaaf daakuu daabboo 100kun,zayita nyaataa lit.200 fi meeshaalee qulqulinaa raabsamee jira.
Carraa kanaan qaamolee deeggarssa nuuf taasifttan hundda keessaniif galanni isiniif qabnnu dachaadha. Ammas itti yaa fufu jenna.

Address

Adama
585004

Telephone

+251962045058

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira HSB A/Adaamaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share