Adisu

Adisu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Adisu, Public & Government Service, Adama.

22/03/2025

Milkaahinootni Keenya, Galaa Imala Keenyaati!

22/03/2025
22/03/2025

Hariiroo fi walitti dhufeenya biyyootaa alaa kabaja lammiiwwaniitiif dursa kenneen biyyi keenya Itoophiyaan milkaahinoota garaa garaatiin dabaalamtee fuula duratti imalaa jirti.

Imaammatni hariiroo alaa biyya keenyaa wal dorgommii fi wal deeggarsa gidduutti madaala jiru eeguudhaan garaagarummaa jiru dhiphisaa, walii galtee fi walitti dhufeenya ammoo guddisaa adeemuu irratti kan xiyyeeffate yemmuu ta’u, dippiloomaasiin hunda galeessi kabajaa fi faayidaa biyyaa eegsisuu danda’u qixaan hojiirra akka oolaniif sochii waggoota torban darban keessa taasifameen firoota baay’ifachaa, maqaa gaarii biyya keenyaa ijaaraa fi kabaja isheetis mirkaneessaa galmoota walitti dhufeenyaa biyyoota garaa garaa waliin qabnu milkeessuu irratti argamna.

22/03/2025

Address

Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Adisu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share