12/08/2026
แขแตแฎแตแซแ แจแแฃแถแฟ แแฅแ แแจแต แ แญแปแแ!
โ
แจแ
แแฃแฝแ แจแฅแตแ แตแฅแฅแญ แฅแแฐแแซแแแญแฐแ แแฃแถแฝ แจแแฐแแแ แแฅแญ แแซแแธแแฃ แฅแแฝแแแ แแแจแแแฅแ แแแ
แแตแ แณแแ
แฅแตแ แแแข
โ
โแจแขแตแฎแตแซ แแฃแต แแแซแ แแแแ แ แแแฆ แจแแแแณแแตแฃ แจแแแฅ แแแ แแฐแญแ แจแแแแแแณแฝแ แฝแ แแแญ แแ! แจแขแตแฎแตแซ แแฃแต แจแแแฉแ แณแชแญ แ แ แฒแต แฅแแญแ แฅแซแ แฅแจแปแ แญแแแแข แแแซแฝแแ แจแแแต แ แแแแ แจแซแแตแ แ แแแ แแแถแฝแฃ แ แแตแแแ แแตแญแฎแฝแฃ แญแ
แญแ
แฅแ แแญแถแฝ แ แแซแ
แจแ แแ แแฃแต แ แแแต แแญ แ แฐแฉแฏแแฃ แตแ
แแตแ แฐแ แญแแแข
แจแแฐแแญ แแแแฅแต แจแแฃแถแฝแ แแแแฐแแ แฐแ แแแแตแ แจแ แแซแญแแต แแ แแแ แแจแญ แ แตแฉแจแตแ แ แแญแ แแแต แฅแจแฐแซ แญแแแแข
โ
โแแแซแ แญแแซแฝแแ แแแ แแแตแจแ แแแฝแแ แ แแแต แฅแจแฐแแแฃ แ แแ
แญ แฅแแตแแแแแต แฅแชแฌแ แ แแญแฃแแแข
Itoophiyaa dargaggoota ishiirraa adda baasanii ilaaluun hin danda'amu!
Akka umuriin uummata keenyaa mul'isutti dargaggoonni lakkoofsa olaanaa qabachuunsaanii badhaadhina mirkaneessuufi itichuuf carraa guddaadha.
Dargaggoon Itoophiyaa kaayyoo gaarii qabatee kan socho'u, mootora jijjiiramaa adda dureefi dagalee cimaa birmadummaa keenyaati! Dargaggoon Itoophiyaa seenaa biyyasaa qalamaafi waraqaa haaraadhaan barreessaa jira. Dargaggoon ammaa barmaatilee yaraa, walfalmii barbaachisaa hin taane, atakaroofi walittibu'insota biyya keenya takaalanii hidhan irraa fagaachuudhaan misooma irratti xiyyeeffateera; hiyyummaa jibbeera.
Mootummaan Ida'amuu fayyadamtummaa dargaggootaa gama hundaafi gahee gaggeessitummaa isaanii cimsuuf dhimmamee hojjetaa jira.
Mul'ata biyyaalessaa dhugoomsuuf hundi keenyayyuu dammaqinaan cimnee hojjechaa jaalalaan akka deddeebinun waamichakoo dhiyeessa.