Agrometeorology Advisory

Call Directions Website Contact the organization

Agrometeorology Advisory Agriculture is the most vulnerable sector to climate-related disasters.

Thus,we must use Agromet.advisory to increase production and productivity under climate variability and climate change. to save life and properties.

Akkam? Akkam? Yaada gorsaa Agroomiitiyooroloojii jechuun kun maali?
07/10/2026

Akkam? Akkam? Yaada gorsaa Agroomiitiyooroloojii jechuun kun maali?

06/10/2026

East African Conditions (Oct 06/2026)
Rainfall activities gradually, move to South and Southeast. It is a good oppurtunity for pastoralists and agropastoralists.

06/10/2026

Today October 06/2026 Pacific Ocean Tropical Strom condition

 : Lafarratti hojiitti hiikate. Aadaa dandamannaa fooyyeessuu jechuun kanadha.
06/10/2026

: Lafarratti hojiitti hiikate. Aadaa dandamannaa fooyyeessuu jechuun kanadha.

 /2026 Darbee****  Irra caalmaan waa lamaaf ni fayyada.1. Gogiinsa yeroo gabaabaafi Hongee2. Fayyaa Bqiltootadha  irraa ...
06/10/2026

/2026 Darbee
****
Irra caalmaan waa lamaaf ni fayyada.
1. Gogiinsa yeroo gabaabaafi Hongee
2. Fayyaa Bqiltootadha
irraa hubatan abdii qabna.
***
Oromiyaa keessatti haalli dhibeentaa magariisummaa Biqiltootaa/Midhaanii (Percent Mean of NDVI) godinaaleen gargar ba'ee akka armaan gadiitti dhiyaateera:
• Gidduu Gala Oromiyaa (Central Oromia Zone), Kibba-Lixaa Oromiyaaf (Southwest Oromia Zone) fi Lixaa Oromiyaa (West Oromia Zone):
o Haalli magariisummaa godinalee kanaa iddoo baay'eetti olaanaa fi ol'aanaarra kan jiru (%105–%140) yoo ta'u, magaraasummaawwan kunis bifa gara cimaan ibsameera.
o Keessattuu Handhuura Oromiyaa fi Kibba-Lixaa irratti haalli magariisummaa baay'ee gaarii dha.
• Bahaa Oromiyaa (East Oromia Zone) fi Harargee (Hararghe):
o Iddoowwan baay'ee irratti magariisummaan madaalawaa gadi fi gadi-aanaa (%70–%95) ta'uu bifa keelloo fi daaraan mul'ata.
• Kibbaa Oromiyaa (South Oromia Zone) fi Kibba-Bahaa Oromiyaa (Southeast Oromia Zone):
o Godinaaleen kunniin bifa magaala/keelloo (magaala diimaa dabalatee) kan uffatan yoo ta'u, magariisummaan isaanii gadi-aanaa (%60–%90) akka ta'e argisiisa.
o Bakkeewwan tokko tokko irratti (keessattuu Kibba-Bahaa gama kaabaa dhihoo fi godinalee Lixaan wal-daangessan irratti) magariisummaa madaalawaa fi gaarii (%105–%120) ta'utu mul'ata.
Walumaagalatti, ji’a Fulbaanaa 11-20/2026 darbe, godinaalee Kibba, Kibba-Bahaafi Baha Oromiyaa keessatti, magariisummaan dhibeentaa g/galeessaan yoo ilaalamu gara gammoojjii faa idileefi idilee gadi akka ture hubachuun ni danda’ama.
:Ibsi kan barreeffaman ibsame kan kaartaa dhibeentaa g/galeessan ibsameetti.

 /2026 Eegamuu  irraa ergaa kana naf ergan. Kan biroos hedduutu jiru.   Najedhanii. Ammas carraan haala roobaa eegamu, g...
06/10/2026

/2026 Eegamuu
irraa ergaa kana naf ergan. Kan biroos hedduutu jiru. Najedhanii. Ammas carraan haala roobaa eegamu, godina Kibbaafi Kibba bahaa Oromiyaa (Gara gammoojjii) idilee ol waan ta'eef yeroon qopheessa facaasa.

Agrometeorology Advisory

  guyyaa 25/01/2019 roobe jedhu.
05/10/2026

guyyaa 25/01/2019 roobe jedhu.

Address

Finfinnee, Oromia
Addis Ababa
8770

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Agrometeorology Advisory posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Agrometeorology Advisory:

Shortcuts

Share