05/04/2026
"Dhaabbannikee Ilaamee Afrikaa ta'ee, Burqaan Yaadama kee Itiyoophiyaafi Biiroonkee Oromiyaa ta'us, Qe'ee ati itti dhalattetti Paartii Mootummaa Biyya gaggeessuu Badhaadhina eentu bakka bu'ee dorgome warra jettanii na gaafattaniif, Biyya Federaalawa Dimookiraatawa Itiyoophiyaa, Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Godina Shawaa Bahaa, Aanaa Dugdaa qe'ee dhalootakoo bakka bu'anii kan dorgoman qaaliiwwan kiyyaa keessan:-
* Paarlamadhaaf:
- Kab. Ad. Loomii Badhoo Qumbii; Afa-Yaa'ii I/A Mootummaa Federaalawa Dimookiraatawa Rippaaplika Itiyoophiyaafi Miseensa Koree Hoji-Raawwachiiftuu Ol'aantuu,
* Caffeedhaf:
- Kab. Dr. Tolaa Bariisoo Gadaa; Hogganaa Biiroo Barnoota Oromiyaa, Walitti Qabaa Boordii Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaa, Miseensa Caffee Oromiyaafi Miseensa Koree Hoji-Raawwachiiftuu Ol'aanaa,
- Kabajamoo Ad. Masarat Guddataa Tuufaa; Hoggantuu Waajjira Misooma Magaalotaafi Manneen Godina Shawaa Bahaa, Miseensa Caffee Oromiyaafi Miseensa Kaabinee Godinichaa fi
- Kab. Ob. Gurraachoo Fareensa Baabsaa; Bulchaa Aanaa Dugdaa jaalatamtoota isin akka ijaatti ilaaltanii filachuuf akka qophooftan natti himaa jirtaniidha!"
Olyaad Bariisoo
Afri Voice
Afro - Voice Art Promotion
Olyaad Bariisoo Oromiyaa Irraa
Voice and International Views of Africa - VIVA