KIYYA Baabbilee

KIYYA Baabbilee I promote proggrames, values policies,strategies and vision of prosperity party. Fira fakkaatee dhadhaan wayyaa balleessa!
(5)

17/08/2026







 ‼️Miseensonni murni TPLF fi faannoo lakkoofsan 144 ta'an ganama hardhaa magaalaa qobbootti raayyaa ittisa biyyaatin boo...
17/08/2026

‼️

Miseensonni murni TPLF fi faannoo lakkoofsan 144 ta'an ganama hardhaa magaalaa qobbootti raayyaa ittisa biyyaatin booji'amaniiru!

Gareen ximdoo gurmaa'un mootummaa Itiyoophiyaa aangoo irraa fonqolchina jedhanii adda waraana uumun oliif gadi carraaqa jiru ganama naannawa sa'aatii 1;00 tti magaalaa qobboo iddoo addaa cebbaa fi Addis barri jedhamutti ofii isaatii lola labsuun gooticha RIB'n deebiin gahaan kennameefi jira.

Lola sa'aatii tokko qofa tureen waraana murna TPLF irraa nama 127 fi garee finxaaleyyii faannoo irraa namni 17 gooticha raayyaa ittisa biyyaatin booji'amaniiru.

17/08/2026


 ‼️Raayyaa fi Qobboon hardha waaree booda irraa eegalee sagalee dhukaasa meeshaa waraana irraa walaboomun nagayaan oolte...
17/08/2026

‼️

Raayyaa fi Qobboon hardha waaree booda irraa eegalee sagalee dhukaasa meeshaa waraana irraa walaboomun nagayaan oolte!!

Ji'oota hedduuf kaaba walloo keessan gara giddu gala biyyaatti bahuu danda'a jechuun TPLF' fi deeggartoonni isaanii meeshaa waraana gama raayyaa qobbootin guuraa ture irraa faayidaa kamuu osoo hin buufatin gatii kaffaluu qofa ta'ee hafeera.

Kabajaa fi galatni gootota raayyaa ittisa biyyaa Itiyoophiyaaf haa ta'u👇

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when KIYYA Baabbilee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share