14/12/2021
Kolleejjiin BLTO Darraa waldaalee IMX tiif leenjii KAIZEN fi INTREPRENURSHIP guyyoota lamaaf kennee jira....IMX leen bu'uuda Industirii ti....deeggarsa barbaadu, kolleejjiin keenyas xiyeeffannoon hojjachuun milkina isaaniif yeroo hunda caalaa ni hojjata.