Jemal Ahmedhadi Abrahim

Jemal Ahmedhadi Abrahim Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Jemal Ahmedhadi Abrahim, Public & Government Service, Addis Ababa.

 !Qonni Utubaa Guddina Biyyaati!Harargee Bahaa Aanaa Gola Odaatti,Hojii facaasaa Qamadii Jallisii bonee haala gaariin it...
14/11/2024

!
Qonni Utubaa Guddina Biyyaati!
Harargee Bahaa Aanaa Gola Odaatti,Hojii facaasaa Qamadii Jallisii bonee haala gaariin itti fufee jira.

08/11/2024
Aanaa Gola Odaa==============Konfaransiin Paartii Badhaadhinaa hundeeffama waggaa 5ffaa sababeeffachuun gaggeeffamee jir...
08/11/2024

Aanaa Gola Odaa
==============
Konfaransiin Paartii Badhaadhinaa hundeeffama waggaa 5ffaa sababeeffachuun gaggeeffamee jira.

29/2017
Godina Harargee Bahaa Aanaa Gola Odaatti Miseensotni Paartii Badhaadhinaa sadarkaa garaa garaatti argaman Konfaransii kurmaana 1ffaa bara 2017 hundeeffamni Paartii Badhaadhinaa waggaa 5ffaan yaadachuun gaggeefamee jira.

"Waadaa Gochaan Dhugoome,Galma Badhaadhiina Dhugoomse!‼️Riizortii Iikkoo gorgoraa suuraan✍️
13/07/2024

"Waadaa Gochaan Dhugoome,Galma Badhaadhiina Dhugoomse!‼️
Riizortii Iikkoo gorgoraa suuraan✍️

12/07/2024

"Dargaggoonni Imala har'aatif Wabii,Kan Egereetiif ammoo Abdiidha👊
"Milkii Imala badhaadhina ni dhugoomsu🤌

Aanaa Qumbii*******************☆☆☆☆****************Waxabajji 11/2016Godina Harargee Bahaa Aanaa Qumbiitti mariin hojjett...
18/06/2024

Aanaa Qumbii
*******************☆☆☆☆****************
Waxabajji 11/2016
Godina Harargee Bahaa Aanaa Qumbiitti mariin hojjettoota mootummaa hirmaachise mata duree "Gargaaramummaa irraa gara Oomishtummaatti Birmadummaa fi Kabaja Biyyaalessaatiif" jedhuum gaggeeffameeti jira.

Aanaa Qumbii☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆Caamsaa 25/2016Godina Harargee Bahaa Aanaa Qumbii Araddoota Aanichaa hunda keessatti ko...
02/06/2024

Aanaa Qumbii
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
Caamsaa 25/2016
Godina Harargee Bahaa Aanaa Qumbii Araddoota Aanichaa hunda keessatti konforaansiin Dargaggootaa 14ffaan mata duree "Dargaggoonni Anniisaa Jijjiiramaa,Utubaa Biyyaa fi Abdii Egereeti!" jedhuun gaggeeffamaa Oleeti jira.Konfiransii kana cinaatti hojiin gurmaa'insa dargaggootaa sadarkaa hundatti jiru cimsuu hojjetamaa oolee jira.

"Dargaggeessi biyya utubee har'aan gahe badhaadhinatti ceesisuuf xiiqiin hojjachuu qaba"

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jemal Ahmedhadi Abrahim posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share