Kominikeeshinii Aanaa Gola Odaa. Gola Oda Communication

Kominikeeshinii Aanaa Gola Odaa.  Gola Oda Communication Aanaa Gola Odaatti odeeffannoo mootummaa Aanicha , Naannoo fi biyyatii ummataf dhiyeessina.

Fiixee baajata bara 2019 Bil 1,222,217,791 Manni Marii Aanaa Gola Odaa raggaase jira. *****************************Godin...
23/08/2026

Fiixee baajata bara 2019 Bil 1,222,217,791 Manni Marii Aanaa Gola Odaa raggaase jira.
*****************************
Godinaa Harargee Bahaa Aanaa Gola Odaa Manni Maree Aanaa Yaa’ii Ariifachiisaa 12ffaa Bara hojii 5ffaa gaggeesseen Baajata Aanaa Bara 2019 irratti mari’achuun Fiixeebaajata Qarshii Bil.1,222,217,791sagalee guutuun raggaasise. dabalatan muudamaa Obbo ibsaa Ture Ahmad I/G Waajjira Bishaan albuudaafi inarjii, Obbo Abdulaziz mahammad suleyman I/G Waajjira Galii ta'un muudama kennamefi jira.

23/08/2026
22/08/2026
22/08/2026
Godina Harargee Bahaa Aanaa Gola Odaatti yaa'iin Ariifataan Mana marii aanaa  12ffaa bara hojii 5ffaa waggaa 11ffaa jalq...
22/08/2026

Godina Harargee Bahaa Aanaa Gola Odaatti yaa'iin Ariifataan Mana marii aanaa 12ffaa bara hojii 5ffaa waggaa 11ffaa jalqaba bara 2019 geggeeffamuu eegalee jira.Marichi eebba manguddootaatiin kan jalqabe haasa baninsaa Af-yaa'iin mana marii Aanaa Gola Odaa Kabajamoo obboo Mahammad Aliitiin haasaan baniinsaa taasifameera.Itti aansuun qaboon yaa'ii marii darbee dhiyaachuun mariin itti fufee jira.Karoorra qaamolee mootummaa sadeenii keessaa kan qaama raawwachiisaa dhihaachaa jira.Mariin kun guyyaa lamaaf kan geggeeffamu yommuu tahu turtii kanaan karoora qaama sadeenii dhaggeeffachuun yaadaafi gaaffiin irratti ka'ee gabbisuun ni mirkanaa'aa.Akkasumaas wixineen labsii baajata bara 2019 fi kan biroolleen dhihaachuun ni labsama jedhamee eeggama.

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kominikeeshinii Aanaa Gola Odaa. Gola Oda Communication posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share