02/10/2020
Baga Ayyaana Irreechaa Nagaan Geessan ijoollee abbaa Gadaa. Ayyaanni kun kan gammachuufi obbolummaa nuuf haa ta'u.
📍እንኳን ለኢሬቻ ክብረ በዓል በሰላም አደረሳችሁ! በዓሉ የሰላምና የደስታ፣ የወንድማማችነት ይሁንልን
Congratulations to Erecha! May the holiday be a time of peace, of joy, of brotherhood