Oromia Occupational Competence Assurance Agency- Finfine Branch

Oromia Occupational Competence Assurance Agency- Finfine Branch Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oromia Occupational Competence Assurance Agency- Finfine Branch, Government Organization, Akaki Kality Around Tirunesh Beijing General Hospital, Addis Ababa.

Guyyaa 09/01/2017Dubbisuun waliif haa qoodnu kanneen ulaagaa guutanif.
19/09/2024

Guyyaa 09/01/2017
Dubbisuun waliif haa qoodnu kanneen ulaagaa guutanif.

Marii Supparvaayizarootaa‐----------------------------------------------- caamsaa 12, 2016Mariin Supparvaayizarootaa qaj...
20/05/2024

Marii Supparvaayizarootaa
‐-----------------------------------------------
caamsaa 12, 2016

Mariin Supparvaayizarootaa qajeelfamootaa fi Rakkoowwan gama Supparvaayizarootaan hojiirratti mul'atan akkasumas dhimma sassabbii galii keesso irratti mari'atamaa oole jira. Marii kana kan geggeessan Daarektara GQKTM obbo Yoonas fi Daarektara GBRS obbo Nasiradinin kan geggefame yoo ta'u marii kana keessatii rakkoowwan turan irratti mari'achuun gara fuulduraatti qajeelfamaa fi istaandaardii hojii irratti hundaa'uun hojii madaallii gahumsa ogummaa gaggeessuuf akkasumas sirna itti gaafatamummaas hojiirra oolchuuf mariin kun haala bareedadhan xumuramee Jira. Horaa Bulaa!

Wiirtuulee Madaallii Ejensii Mirkaneessa Gahumsa ogummaa Damee Finfinnee jala jirtan hundaafOdeeffannoo Dabalataaf Teleg...
15/05/2024

Wiirtuulee Madaallii Ejensii Mirkaneessa Gahumsa ogummaa Damee Finfinnee jala jirtan hundaaf
Odeeffannoo Dabalataaf
Telegram https://t.me/emgoofinfinnebranch
Lakk.Bil 0114715560/0114715556
Hub:wiirtuulee Madaallii 'Domestic Work' kan hin dabalannee ta'uu isaa isin beeksifna.

EMGOO-Damee FinfinnettiGuyyaa 27/03/2016 kabaja Ayyaana farra malaamaltummaa fi Namusaa akka EMGOO damee finfinneetti ka...
07/12/2023

EMGOO-Damee Finfinnetti
Guyyaa 27/03/2016 kabaja Ayyaana farra malaamaltummaa fi Namusaa akka EMGOO damee finfinneetti kabajamee jira.
Innis mata duree:-
Malaammaltummaan Diina Waloo Keenyaa Waan Ta’eef Gamtaadhaan Irratti Haa Qabsoofnu kabajee jira.
Ayyaanicha sababeeffachuun ogeessota damichaa keessaa naamusa gaarii qabu fi Rawwii gaarii argamsiisaniif beekamtii kenne jira.
Carraa kanatti fayyadamuun Raawwii ji'oota shanan darban irratti hunda'uun karoora ji'a torbaa(7) kan qophaa'e kan waliinii godhacuun mirkaneesse jiraa.
Horaa Bulaa!!!

EMGOO Damee Finfinnetti qophii yeroo boqonnaa hojii bara 2014  guyyaa lamaaf geeggefamu  guyyaa har'aa (27/12/2013) jalq...
02/09/2021

EMGOO Damee Finfinnetti qophii yeroo boqonnaa hojii bara 2014 guyyaa lamaaf geeggefamu guyyaa har'aa (27/12/2013) jalqabee akka damee keenyatti sa'a lamaaf walakkaa irraa eegalee mata dureewwan garaa garaa irratti leenjiin kennamaa jira .

Maammiltoota Damee keenyaa hundaafGuyyaa 26-28/12/2013  yeroo boqonnaa qophii hojii bara 2014 mata dureewwan garaa garaa...
31/08/2021

Maammiltoota Damee keenyaa hundaaf
Guyyaa 26-28/12/2013 yeroo boqonnaa qophii hojii bara 2014 mata dureewwan garaa garaa irratti leenjiin hojjettoota Damee isaaf waan kennamuuf guyyaa jedhame kana keessatti kan isin hin keessumeessine ta'uu kabajaan isin beeksifna .

Dhaabbii biqiltuu (Ashaaraa Magarisaa)guyyaa kaleessaa 08/11/2013 hojjettoota damee isaa fi akkasuma maammilli dhimma dh...
16/07/2021

Dhaabbii biqiltuu (Ashaaraa Magarisaa)guyyaa kaleessaa 08/11/2013 hojjettoota damee isaa fi akkasuma maammilli dhimma dhuunfaaf dhufellee hirmaachuun magariisummaa biyya keenyaaf qooda isaanii bahaniiru.

Address

Akaki Kality Around Tirunesh Beijing General Hospital
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia Occupational Competence Assurance Agency- Finfine Branch posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share