Ayman Habibi

Ayman Habibi 🍀➻. Arrabni kee Zikrii Rabbiitiin ﷻ jiidhaa ta'uurraa hin Deemin.

khaatimaa nu tolchi
03/09/2026

khaatimaa nu tolchi

let's go
03/09/2026

let's go

Yaa sattaar
03/09/2026

Yaa sattaar

Dhibba faaydaa qabu nu haa godhu yaa oromoo bakka heeddummaanne kanatti akhumaafii akhii 😁
03/09/2026

Dhibba faaydaa qabu nu haa godhu yaa oromoo bakka heeddummaanne kanatti akhumaafii akhii 😁

Irra caalaan Zikrii Halkan Jum'aa fi Guyyaa Jum'aa Salawaata Ergamaa Rabbii ﷺ Irratti BuusuudhaErgamaan Rabbii ﷺ Akkana ...
03/09/2026

Irra caalaan Zikrii Halkan Jum'aa fi Guyyaa Jum'aa Salawaata Ergamaa Rabbii ﷺ Irratti Buusuudha

Ergamaan Rabbii ﷺ Akkana Jedhan:- Nama Salawaata Takka Narratti Buuse Rabbiin Rahmata 10 Isarratti Buusa, Cubbuu 10 Irra Haqa, Sadarkaa 10 Isaaf Ol Fuudha.

Kanaafu Obboleeyyan Kiyyaa Kan Islaamaa! Nabiyyii ﷺ Keenyarratti Salawaata Haa Buusnu Hundi Keenyaahu.

Sallallaahu Aleeyhi Wasallaam.

03/09/2026
warri waan kennu hin qabne kan akka kiyyaa obboleessa keenya kana du'aa'ii haa goonuuf galgallis jimmataa injifannoon ga...
03/09/2026

warri waan kennu hin qabne kan akka kiyyaa obboleessa keenya kana du'aa'ii haa goonuuf galgallis jimmataa injifannoon gali bro

03/09/2026

Haala kamiyyuu keessatti Rabbiif galanni haa ta'u!
Alhamdulillaah!

Kunoo miidiyaan sa'uudiis namootni shan kan ya_kka amma duraa San keessatti hirmaatan akka qabaman himaa jira.Homaa nu h...
02/09/2026

Kunoo miidiyaan sa'uudiis namootni shan kan ya_kka amma duraa San keessatti hirmaatan akka qabaman himaa jira.
Homaa nu hin godhan kan jedhamu sun kijibaa beeki!
حفظ الله مملكة التوحيد.

Address

Finfinnee
Addis Ababa

Telephone

+251975703769

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ayman Habibi posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Ayman Habibi:

Shortcuts

Share