03/08/2026
📢 Odeeffannoo Cituu Anniisaa Elektirikii Yeroo Murtaa’eef
Adooleessa 28, 2018 A.L.I.,Bu’uuraalee misoomaa elektirikii irratti hojii fooyya’iinsaa fi suphaa raawwachuuf, bakkeewwan armaan gaditti tarreeffamanitti tajaajilli elektirikii yeroo murta’eef adda cita.
✅ Ganama 2:00 – waaree booda 11:00-tti
👉 Goojjam Barandaa, Hospitaala Phaawulos , Hagibes Arat Mantaa, Jinhaad, Hospitaala Abbabach Goobanaa, Addabaabaayii Paastar, Hospitaala Abeet, Bataskaana Yohaannis, Safara Dastaa, Hoteela saan, Buufata Poolisii 3ffaa, Koolleejjii Meedikaalaa Finfinnee fi naannawaa isaa,
👉Hoteela Daawun Taawon, Hoteela Awuraaris, Istaadiyeemii Aday Ababaa, Buna Kaaldiis, Bataskaana madihaanalamii fi naannawaa isaanii,
✅ Ganama 3:00 – waaree booda 10:00-tti
👉 Guurd Shoolaa, Dhaabbata Oomisha Meeshaalee Barnootaa, Qorannoo Qonnaa, duuba Addabaabayii Jaakiroos fi naannawaa isaa,
👉 Laambarat, Imbaasii Israa'el, Hoteela Abisiniyaa ‘Abyssinia’ fi naannawaa isaa,
👉 Sulultaa fi naannawaa isaani,
✅ Ganama 4:00 – waaree booda 8:00-tti
👉 Hospitaala Danbarawaa, Misiraaq Waligalaa, Gabaa Shoolaa, Eekkaa Manafashaa, Moolii Zafmash fi naannawaa isaa,
👉 Hoteela Atilaas, Shaalaa Manafashaa, SOS, Hoteela Dassaalany, Hoteela Pirezidanshaal, hanga ‘Overpass’ Ruwaandaatti.
✅ Ganama 3:00 – waaree booda 11:00-tti
👉 Rijiinii Cirootti Aanaalee akka Dadar, Meettaa, Malka Baldhoo, Gooroo Guutuu fi naannawaa isaanii
✅ Ganama 3:00 Waaree Booda 11:00-tti
👉 Riijinii Bahir Daar, Bahir Daar Ganda 16, Nagadiraas, Leenjii Konkolaataa Dongos, fi Mana Barumsaa Beezaa Buzuhaan fi naannawaa isaaniitti dhiyeessiin elektirikii yeroo ibsameef kan adda citu ta’a.
Kanuma hubachuun, maamiltoonni bakkeewwan armaan olitti eeramanitti argamtan, qophii barbaachisu taasisuun hojichi xumuramee tajaajilichi hanga bakkatti deebi'utti obsaan akka nu eegdan kabajaan isin gaafanna,
Tajaajila Elektirikii Itoophiyaa