Prosperity Party Addis Ababa Branch - Afan Oromo

Prosperity Party Addis Ababa Branch - Afan Oromo Badhaadhina Hundagaleessa Itoophiyaa mirkaneessuf Hojjenna!

Kan nu barbaachisu nagaa dha; Kan nu barbaachisu waldeeggaru dha; Kan nu barbaachisu waliin hojjechuu dha.              ...
07/07/2026

Kan nu barbaachisu nagaa dha; Kan nu barbaachisu waldeeggaru dha; Kan nu barbaachisu waliin hojjechuu dha.

Muummicha Ministeera Doktor Abiyyi Ahimadi

Hirmaannaa Uummanni Itiyoophiyaa Filannoof agarsiise Ijaarsa Sirna Dimookiraasiitiif Imaanaa guddaa dhaMuummicha Ministe...
07/07/2026

Hirmaannaa Uummanni Itiyoophiyaa Filannoof agarsiise Ijaarsa Sirna Dimookiraasiitiif Imaanaa guddaa dha

Muummicha Ministeera Doktor Abiyyi Ahimadi

Nagaa fi waliigaltee Biyyalessaaf jecha laphee dhiifamaa bal'aa qabaachuu qabna.Muummicha Ministeera Doktor Abiyyi Ahima...
07/07/2026

Nagaa fi waliigaltee Biyyalessaaf jecha laphee dhiifamaa bal'aa qabaachuu qabna.

Muummicha Ministeera Doktor Abiyyi Ahimadi

07/07/2026
19/06/2026

Jiruuf jireenya Uummata keenyaa fooyyessuu keessatti gaheen tajaajilli lammummaa taphachaa jiru baay'ee guddaadha

27/05/2026
27/05/2026

Booranni Uummata Aadaa fi seenaa keenya rakkoo yeroo dheeraa keessatti tursisuu danda'ee dha.

ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ (ዶ/ር)

27/05/2026

Dachiin Booranaa Baalee fakkatee Arsii fakkatee akkaataa kanaan ilaaluu danda’uu koof gammachuu Guddaa jechaan ibsuu hin danda’amnetu natti dhagahame

ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ (ዶ/ር)

27/05/2026

Address

Ethiopia
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Prosperity Party Addis Ababa Branch - Afan Oromo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share