14/08/2026
Hojii Kenna Tajaajila Lammummaa
Ganda Qottaa_Cuwaatti hojii kenna tajaajila lammummaatiin bakka bulchaan bulchiinsa Aanaa Gommaa Obbo Fu'aad Raayyaa argamanitti ijaarsa mana harmee eegalchiise jira.