25/06/2026
Godina Jimmaa Leenjiin Paakeejii Misooma Bunaa,Muduraa,Fi Mi'eessituu sadarkaa gandaa O/Goobuutti guyyaa har'aa bifa ho'aa ta'een Qonnaan bultootaaf kennamaa kan Ooleefi Leenjii kanarratti ,Misooma kana milkeessuuf Ejjennoowwan Ciccimoo Kawwachuun,Keessuttuu Kilastaraan hojjechuuf kan irratti waliif galame ta'a.