Waajjira Mana Marii Bulchiinsa Magaalaa Ciroo

Waajjira Mana Marii Bulchiinsa Magaalaa Ciroo Jirachuf nyaana male nyaataf hin jiraanuu

๐—–๐—ฎ๐—ณ๐—ณ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป ๐—ข๐—ฟ๐—ผ๐—บ๐—ถ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ, ๐—ช๐—ถ๐˜…๐—ถ๐—ป๐—ฒ๐—ฒ ๐—•๐—ฎ๐—ฎ๐—ท๐—ฎ๐˜๐—ฎ ๐๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ ๐Ÿฎ๐Ÿฌ๐Ÿญ๐Ÿต  ๐๐—ฎ๐—ฟ๐˜€๐—ต๐—ถ๐—ถ ๐๐ข๐—ถ๐—น. ๐Ÿณ๐Ÿฌ๐Ÿฐ  ๐—ฑ๐—ต๐—ถ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐—ฒ๐ž๐Ÿ ๐—ถ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ  ๐—บ๐—ฎ๐—ฟ๐—ถโ€™๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐˜‚๐˜‚๐—ป ๐—ฟ๐—ฎ๐—ด๐—ด๐—ฎ๐—ฎ๐˜€๐—ฒ๐—ฒ๐ซ๐š. ๐€๐Ÿ๐ฒ๐š๐š'๐ข๐ข๐ง ๐‚...
19/07/2026

๐—–๐—ฎ๐—ณ๐—ณ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป ๐—ข๐—ฟ๐—ผ๐—บ๐—ถ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ, ๐—ช๐—ถ๐˜…๐—ถ๐—ป๐—ฒ๐—ฒ ๐—•๐—ฎ๐—ฎ๐—ท๐—ฎ๐˜๐—ฎ ๐๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ ๐Ÿฎ๐Ÿฌ๐Ÿญ๐Ÿต ๐๐—ฎ๐—ฟ๐˜€๐—ต๐—ถ๐—ถ ๐๐ข๐—ถ๐—น. ๐Ÿณ๐Ÿฌ๐Ÿฐ ๐—ฑ๐—ต๐—ถ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐—ฒ๐ž๐Ÿ ๐—ถ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ ๐—บ๐—ฎ๐—ฟ๐—ถโ€™๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐˜‚๐˜‚๐—ป ๐—ฟ๐—ฎ๐—ด๐—ด๐—ฎ๐—ฎ๐˜€๐—ฒ๐—ฒ๐ซ๐š. ๐€๐Ÿ๐ฒ๐š๐š'๐ข๐ข๐ง ๐‚๐š๐Ÿ๐Ÿ๐ž๐ž ๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ฒ๐š๐š ๐Š๐š๐›. ๐€๐š๐๐๐ž ๐’๐š'๐š๐š๐๐š๐š ๐€๐›๐๐ฎ๐ซ๐š๐ก๐ฆ๐š๐š๐ง ๐–๐ข๐ฑ๐ข๐ง๐ž๐ž๐ง ๐‹๐š๐›๐ฌ๐ข๐ข ๐๐š๐š๐ฃ๐š๐ญ๐š๐š ๐ซ๐š๐ ๐ ๐š'๐ž ๐ค๐ฎ๐ง, ๐‹๐š๐›๐ฌ๐ข๐ข ๐‹๐š๐ค. ๐Ÿ๐Ÿ”๐Ÿ”/๐Ÿ๐ŸŽ๐Ÿ๐Ÿ– ๐ญ๐š'๐ž๐ž ๐ก๐จ๐ฃ๐ข๐ข๐ซ๐ซ๐š ๐š๐ค๐ค๐š ๐จ๐จ๐ฅ๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐ข๐›๐ฌ๐š๐ง๐ข๐ข๐ซ๐ฎ.

๐—ฌ๐—ฎ๐—ฎโ€™๐—ถ๐—ถ๐—ป ๐—œ๐—ฑ๐—ถ๐—น๐—ฒ๐—ฒ๐Ÿญ1๐—ณ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ช๐—ฎ๐—ด๐—ด๐—ฎ๐—ฎ ๐Ÿฑ๐—ณ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ ๐—•๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ ๐—›๐—ผ๐—ท๐—ถ๐—ถ ๐—–๐—ฎ๐—ณ๐—ณ๐—ฒ๐—ฒ ๐Ÿฒ๐—ณ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ ๐—˜๐—ฒ๐—ฏ๐—ฏ๐—ฎ ๐— ๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐—ด๐˜‚๐—ฑ๐—ฑ๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ๐—ฎ๐—ณ๐—ถ ๐—™๐—ฎ๐—ฎ๐—ฟ๐˜‚๐˜‚ ๐— ๐—ผ๐—ผ๐˜๐˜‚๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ก๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐—ป๐—ผ๐—ผ ๐—ข๐—ฟ๐—ผ๐—บ๐—ถ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐—ถ๐—ถ๐—ป sa...
19/07/2026

๐—ฌ๐—ฎ๐—ฎโ€™๐—ถ๐—ถ๐—ป ๐—œ๐—ฑ๐—ถ๐—น๐—ฒ๐—ฒ๐Ÿญ1๐—ณ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ช๐—ฎ๐—ด๐—ด๐—ฎ๐—ฎ ๐Ÿฑ๐—ณ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ ๐—•๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ ๐—›๐—ผ๐—ท๐—ถ๐—ถ ๐—–๐—ฎ๐—ณ๐—ณ๐—ฒ๐—ฒ ๐Ÿฒ๐—ณ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ ๐—˜๐—ฒ๐—ฏ๐—ฏ๐—ฎ ๐— ๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐—ด๐˜‚๐—ฑ๐—ฑ๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ๐—ฎ๐—ณ๐—ถ ๐—™๐—ฎ๐—ฎ๐—ฟ๐˜‚๐˜‚ ๐— ๐—ผ๐—ผ๐˜๐˜‚๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ก๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐—ป๐—ผ๐—ผ ๐—ข๐—ฟ๐—ผ๐—บ๐—ถ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐—ถ๐—ถ๐—ป saaqameera.
Balballi Nagaaf Baname hin Cufaamne. ๐—ฃ๐—ถ๐—ฟ๐—ฒ๐—ฒ๐˜‡๐—ถ๐—ฑ๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐˜๐—ถ๐—ถ ๐— ๐—ผ๐—ผ๐˜๐˜‚๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ก๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐—ป๐—ผ๐—ผ ๐—ข๐—ฟ๐—ผ๐—บ๐—ถ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ ๐—ž๐—ฎ๐—ฏ. ๐—ข๐—ฏ๐—ฏ๐—ผ ๐—ฆ๐—ต๐—ถ๐—บ๐—ฎ๐—น๐—น๐—ถ๐˜€ ๐—”๐—ฏ๐—ฑ๐—ถ๐—ถ๐˜€๐—ฎ๐—ฎ.
*ฬณ*ฬณ*ฬณ*ฬณ
Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Kab. Obbo Shimallis Abdiisaa qaamolee karaa nagaa fudhatanii nagaan qabsaaโ€™uu barbaadaniif Mootummaan Naannoo Oromiyaa balbala nagaaf bane kan hin cufamne taโ€™uu gabaasa qaama raawwachiisaa bara 2018 Caffeef dhiyeessaniin ibsaniiru.

Qaamolee karaa seeraan alaa bosona keessa sochoโ€™aniifi nageenya ummataa dhorgan irratti olaantummaan seeraa kan fudhatamu taโ€™uu pireezidaanti Shimallis akeekkachiisaniiru.

 Godina Hararagee Lixa Bulchinsa Magaalaa Cirootti Yaa'iin Idilee 52ffaa Bara Hojii 2ffaa Mana Marii Bulchinsa Magaalaa ...
04/07/2026


Godina Hararagee Lixa Bulchinsa Magaalaa Cirootti Yaa'iin Idilee 52ffaa Bara Hojii 2ffaa Mana Marii Bulchinsa Magaalaa Ciroo kan guyyaa 27-28/10/2018 gaggeeffamu bakka I/A Af yaa'ii Bulchinsa Magaalaa Ciroo /Aadde_Kimiyaa_Abraahim, It/G/waajjira kantibaa , Kabajamtoonni Miseensi Mana Marii, akkasumas Koreen Magaalaa fi Hoggansi argamanitti haala miidhagaa taheen gaggeeffamaa jira.

Sirna Awwalchaa Af-ya'ii Bulchiinsa Magaalaa Ciroo Kabajamoo obbo Zallaqaa Tolaa guyyaa Har'aa Magaalaa Ciroo Beetakiris...
03/05/2026

Sirna Awwalchaa Af-ya'ii Bulchiinsa Magaalaa Ciroo Kabajamoo obbo Zallaqaa Tolaa guyyaa Har'aa Magaalaa Ciroo Beetakiristaana Mariyamitti Bakka Hoggansi Godina ,Magaalaa fi Ganda akkasumas Hojjetaa Mootummaa fi Hawaasni Magaalaa Ciroo argamanitti gaggeeffamee jira.

  ! kabajamoo obbo Zallaqaa Tolaa Ittigaafatamaa Af- yaa'ii Bulchinsa Magaalaa Ciroo tahuun tajaajilaa osoo jiruu dhibee...
02/05/2026


!
kabajamoo obbo Zallaqaa Tolaa Ittigaafatamaa Af- yaa'ii Bulchinsa Magaalaa Ciroo tahuun tajaajilaa osoo jiruu dhibee tasa mudateen yaalamaa osoo jiru har'aa boqotanii jiru.

Maatii fi firoottaan fi Jaallawwan waliin hojjachaa turaniifi jiraniif jajjabinaa hawwina Nagaan Boqodhu Biyyeen sitti haa salphaatu.

Godina Hararghee lixaa Bulchinsa Magaalaa Cirootti kaadhimamaa paarlamaa fi Miseensaa caaffee oromiyaa  magaalaa Ciroott...
24/03/2026

Godina Hararghee lixaa Bulchinsa Magaalaa Cirootti kaadhimamaa paarlamaa fi Miseensaa caaffee oromiyaa magaalaa Cirootti fi Aanaa bakka Bu'an Miseensaaf ifoomee jira.
Bakka Bu'oota Keenya!
1. Adunyaa Ahmad ----Paarlaamaaf
2. Fiqaaduu Miliyoon ----Caffeef
3. Usmaan Xaahaa ----Caffeef
4.Bintii Ahmad ----- Caffeedhaaf

Marii ummataa magaalaa Ciroo fi Aanaa Ciroo waliin miseensoota Mana Marii Ummataa fi Caffee waliin gaggeessine milkaa'aa...
06/03/2026

Marii ummataa magaalaa Ciroo fi Aanaa Ciroo waliin miseensoota Mana Marii Ummataa fi Caffee waliin gaggeessine milkaa'aa ture.
Waggooti 5n darban wa'ada ummataaf paartiin keenya galee hojjechaa tureen bu'aawwan gurguddaan akka galmaa'aan ragaa bahaniiru.Yeroo itti aanu keessattis mootummaan rakkoowwan hiikufii qabus iftoominaan kaasaniru.

๐—–๐—ฎ๐—ณ๐—ณ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป ๐—ฌ๐—ฎ๐—ฎโ€™๐—ถ๐—ถ ๐—œ๐—ฑ๐—ถ๐—น๐—ฒ๐—ฒ ๐Ÿญ๐Ÿฌ๐—ณ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ช๐—ฎ๐—ด๐—ด๐—ฎ๐—ฎ ๐Ÿฑ๐—ณ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ ๐—•๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ ๐—›๐—ผ๐—ท๐—ถ๐—ถ ๐—–๐—ฎ๐—ณ๐—ณ๐—ฒ๐—ฒ ๐Ÿฒ๐—ณ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ด๐—ฎ๐—ด๐—ด๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ๐—ฎ ๐—ท๐—ถ๐—ฟ๐˜‚๐˜‚๐—ป ๐—š๐—ฎ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ๐˜€๐—ฎ ๐—ฅ๐—ฎ๐—ฎ๐˜„๐˜„๐—ถ๐—ถ ๐—ช๐—ฎ๐—น๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ช๐—ฎ๐—ด๐—ด๐—ฎ๐—ฎ ๐—•๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ...
14/02/2026

๐—–๐—ฎ๐—ณ๐—ณ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป ๐—ฌ๐—ฎ๐—ฎโ€™๐—ถ๐—ถ ๐—œ๐—ฑ๐—ถ๐—น๐—ฒ๐—ฒ ๐Ÿญ๐Ÿฌ๐—ณ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ช๐—ฎ๐—ด๐—ด๐—ฎ๐—ฎ ๐Ÿฑ๐—ณ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ ๐—•๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ ๐—›๐—ผ๐—ท๐—ถ๐—ถ ๐—–๐—ฎ๐—ณ๐—ณ๐—ฒ๐—ฒ ๐Ÿฒ๐—ณ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ด๐—ฎ๐—ด๐—ด๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ๐—ฎ ๐—ท๐—ถ๐—ฟ๐˜‚๐˜‚๐—ป ๐—š๐—ฎ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ๐˜€๐—ฎ ๐—ฅ๐—ฎ๐—ฎ๐˜„๐˜„๐—ถ๐—ถ ๐—ช๐—ฎ๐—น๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ช๐—ฎ๐—ด๐—ด๐—ฎ๐—ฎ ๐—•๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ ๐Ÿฎ๐Ÿฌ๐Ÿญ๐Ÿด ๐—ž๐—ฎ๐—ป ๐—ค๐—ฎ๐—ฎ๐—บ๐—ฎ ๐—ฅ๐—ฎ๐—ฎ๐˜„๐˜„๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐—ถ๐—ถ๐˜€๐—ฎ๐—ฎ ๐—ฑ๐—ต๐—ถ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐—ฒ ๐—ถ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ ๐’ƒ๐’‚๐’โ€™๐’Š๐’๐’‚๐’‚๐’ ๐’†๐’“๐’ˆ๐’‚ ๐’Ž๐’‚๐’“๐’Šโ€™๐’‚๐’•๐’†๐’† ๐’ƒ๐’๐’๐’…๐’‚ ๐˜€๐—ฎ๐—ด๐—ฎ๐—น๐—ฒ๐—ฒ ๐—ด๐˜‚๐˜‚๐˜๐˜‚๐˜‚๐—ป ๐’“๐’‚๐’ˆ๐’ˆ๐’†๐’†๐’”๐’†๐’†๐’“๐’‚.

14/02/2026
Congratulations Baga Gammaddan & Baga Gammanne Koreen Fooramii Afyaaโ€™otaa Godina Harargee Lixaa Gamaaggama guyyoota lama...
27/07/2025

Congratulations
Baga Gammaddan & Baga Gammanne

Koreen Fooramii Afyaaโ€™otaa Godina Harargee Lixaa Gamaaggama guyyoota lamaaf gaggeessaa tureen Mana Maree Aanotaa fi Magaalaa raawwii hojii Bara 2017 sadarkaa fooyyee qabu bekkamtii kennuun xumuree jira.
Buu,uruma kanaan Sadarkaa Aanotaa baadiyyaa fi Magaalotaa keessa Aanaa Doobbaa 1ffaa Bahee jira

1. ffaa Aanaa Doobbaa
2, Aanaa Ciroo 2ffaa
3, Aanaa Xuulloo
4 , Aanaa Hancaar
Magaalotaa keessaa
1ffaa, Magaalaa Ciroo
2ffaa Magaalaa Baddeessaa

Address

Chiroo
Asebe Teferi

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Mana Marii Bulchiinsa Magaalaa Ciroo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share