Waajjira MMM/Asallaa

Waajjira MMM/Asallaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajjira MMM/Asallaa, Government Organization, Asella.

Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti Sagantaan Ashaaraa magariisaa guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 1.53 dhaabuuf karoorfam...
17/07/2023

Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti Sagantaan Ashaaraa magariisaa guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 1.53 dhaabuuf karoorfame haala hoo'aan itti fufee jira.

Hooggantoonnii fi kutaan hawaasaa hundi dammaqinaan ganama sa'aatii 11:30 irraa eegalanii biqiltuu gosa adda addaa dhaabuu irratti argamu.
Sagantaa kanarratti Kantiibaan Magaalaa Asallaa Obbo Gazzaal Hashuu biqiltuu dhaabaman kanniin kunuunsuun biyya badhaate dhaloota dhaalchisuu qabna jedhan.
Hooggantoonni sadarkaa naannoo irraa dhufanis saganticha irratti hirmaachuun ergaa ummataaf dabarsanii jiru.

Asallaa qulqulluu fi midhaagduu taasisuuf waliin haa hojjennuu!

Asallaa keessatti misooma hunda-galeessa galmeessisuuf gama hundaan hojjetamaa jira._____________________________Waajjir...
11/07/2023

Asallaa keessatti misooma hunda-galeessa galmeessisuuf gama hundaan hojjetamaa jira.
_____________________________
Waajjirri Misooma Magaalaa fi Manneenii Ma/Asallaa gama tokkoon Magaalaa qulqulluu fi midhaagduu taasisuudhaan gama biraatiin fayyadamtoota seeftineetii jireenya isaanii akka jijjiiratan gochuudhaaf halkanii guyyaa hojjetaa jira

Hawaasnis naannoo ofii qulqulleessuun midhaaginaa fi misooma Magaalaa teennaatiif tumsuu akka qabu Hoji Gaggeessaan Waajjira MMM Asallaa Obbo Ahmad Qaasim dhaamanii jiru

Magaalaan Asallaa gama hundaan guddina ariifachiisaa irratti argamti.MagariisummaanQulqullnaanMisoomaanWaan ajaa'ibaa he...
07/06/2023

Magaalaan Asallaa gama hundaan guddina ariifachiisaa irratti argamti.
Magariisummaan
Qulqullnaan
Misoomaan
Waan ajaa'ibaa hedduu argitu

Address

Asella

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira MMM/Asallaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share