Waajjira PSMQN Magaalaa Asallaa

Waajjira PSMQN Magaalaa Asallaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajjira PSMQN Magaalaa Asallaa, Government Organization, asella, Asella.

02/08/2026
Waajjirri Paplik Sarvisii fi Misooma Qabeenya Namaa Bulchiinsa Magaalaa Asalla guyyaa 23/11/2018 Gamaggama raawwii hojii...
31/07/2026

Waajjirri Paplik Sarvisii fi Misooma Qabeenya Namaa Bulchiinsa Magaalaa Asalla guyyaa 23/11/2018
Gamaggama raawwii hojii bara 2018 fi Karoora hojii bara 2019 irratti gamaggamaa fi marii erga taasifameen booda Kallattiin hojii bara 2019 kara B/B Waajjirichaa Obboo Muhammad Aadamin kennamee xumuramee jira.

06/05/2026
Ebla 10,2018-  Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti Hojjattoota Mootummaa Wirtuu tajaajila iddoo tokkoo   Magaalaa Asallaattii...
18/04/2026

Ebla 10,2018- Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti Hojjattoota Mootummaa Wirtuu tajaajila iddoo tokkoo Magaalaa Asallaattiif Leenjiin ijaarsa dandeetti Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaatin kennameefi .

‎Hojii Gaggeessaan Wirtuu Tajaajila Iddoo Tokkoo Bulchiinsa Magaalaa Asallaa Obbo Dhaabaa Sabbooqaa akka jedhanitti , Tajaajilli iddoo tokkoo ogeessa ogummeessuufi kenna tajaajila mootummaa rakkisaa ture hiikuu keessatti gahee ol'aanaa qaba jedhaniiru.

‎Kanaafis leenjiin hubannoo cimsuu ogeessoota tajaajila iddoo tokkoo galaniif leenjii hojiif qopheessuufi kaka'umsa isaanii dabaluuf murta'edha jedhaniiru .

Leenjiin kunis mata dureewwan kenna tajaajilaa wiirtuu tajaajila iddoo tokkoo fi KAIZEN irratti kan kennamuu ta'u Obbo dhaabaan himanii jiru .
Madii Fuula Facebooki Waajjira Dhimmota kom.Magaalaa Asallaa https://www.facebook.com/61579573743214/posts/122108762936985791/

Address

Asella
Asella
251

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira PSMQN Magaalaa Asallaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share