21/08/2026
የአከባቢዉ ወጣቶች ስለብ/ፓርኩ ግንዛቤ እንዲኖራቸዉና ተመልሰዉ ለህዝባቸዉ ግንዛቤ እንዲሰጡ የተጀመረዉ ሥራ ተጠናክሮ ይቀጥላል፡፡ በዚሁ መሠረት ዛሬ በ15/12/2026 ዓ.ም ከፈንታሌ ወረዳ ወጣቶች ሊግ ጽ/ቤትና ከመታሃራ ከተማ የተወጣጡ ወጣቶች በፓርኩ ዉስጥ ጉብኚት አድርገዋል ግንዛቤም እንዲያገኙ ተደርጓል፡፡
Hojiin dargaggoonni naannichaa waa'ee paarkiiichaarratti hubannoo akka argatanii deebi'anii hawaasa isaaniitif hubannoo akka kennan jalqabame cimee itti fufa. Haaluma kanaan har'a guyyaa 15/12/2026 A.L.E-tti dargaggoonni Waajjira Liigii Dargaggoota Aanaa Fantaalii fi Magaalaa Matahaaraa irraa bakka bu'an paarkii keessatti daawwannaa taasisaniiru; hubannoo akka argatanis taasifameera..