18/08/2026
'uu
Nama ta'uun icciitiin isaa Nama kabajuu keessa jira waan taheef kabajamuf dursaa haala kamuu keessatti, iddoo kamuu keessatti nama kabaji. Hin boonin boonni mallattoo sheyxaanaatii. Boonni Mallattoo Wallaalummaatii.
π Eessatti.
~~~~~~Haasawa kee keessatti jechaan.π£π
~~~~~~Hojii keessatti gochaan βοΈ
~~~~~~Yeroo wajjiin haasoftu fuula kee keessatti. π€
~~~~~~~Ilaalcha kee keessatti.π
~~~~~~~Jiddu galeessummaa waa hunda isaaf qabaachuu keessatti. π₯.
π Gorsi Galchaa Hin Qabuu!!!!!!!!