Jirun Tunii Amaana Irraa Gafatamnu

Jirun Tunii Amaana Irraa Gafatamnu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Jirun Tunii Amaana Irraa Gafatamnu, Public swimming pool, Oromiyaa, Aweday.

23/08/2021

Ergamaan RABBII ﷺ akkana jedhanii jiru ‎"Namni guyyaa qiyaamaa akkaan natti aanu, nama akkaan salawaata narratti heddumeeysu."

Mee har'a hoo Nabiyyii irratti salawaata buufneerraa?

Allahumma Salli alaa sayyidinaa Muhammad,

Sallallaahu aleeyhi wassallam sallallaahu aleeyhi wassallam sallallaahu aleeyhi wassallam sallallaahu aleeyhi wassallam sallallaahu aleeyhi wassallam sallallaahu aleeyhi wassallam sallallaahu aleeyhi wassallam sallallaahu aleeyhi wassallam

23/08/2021
20/08/2021

Amaana Tube
godhaa

Hangaa dhumatii dubisaaIsiin fayadaa oboleyan kiyaa qaqalii
17/08/2021

Hangaa dhumatii dubisaa
Isiin fayadaa oboleyan kiyaa qaqalii

Shirkiin Bakka Meeqatti Akka Qoodamtu Ni Beeytaa ?
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

Shirkii jechuun Rabbitti waa qindeessuu jechuudha.

Shirkiin tun bakka lamatti qoodamti.

1: Shirkii Gurguddoo
2: Shirkii Xixiqqoo

• Shirkii Gurguddoo: Rabbii si uume dhiistee waan biraa gabbaruu, Sanamaaf salaatuu, Rabbi malee waan biraatiif qaluu, Rabbi malee waan biraa yaammachuu fii kkf.

• Shirkii Xixiqqoo: Rabbi malee waan biraatiin kakachuu, Riyaa’a ykn dalagaalee gaggaarii na haa arkaniif dalaguu fii kkf.

Rabbiin nama Shirkii hundarraa qulqulleewu Nu Haa Taasisuu.

Barreeffama kana Dubbisaatii Share waliif Godhaa.

Waan Dubbistaniif Galatoomaa : Jazaakumullaahu Kheeyran

By: Ibsaa Sheikh Yuusuf

16/08/2021

بارك الله لكما وبارك عليكما وجمع بينكما في خير !

Baga rabbiin si ijaare. Baga jannata addunyaa kana seente obbaleessa kiyya Muaz Nazif. Bultii barakaa kan iimaana keessatti dabalattan bultii risqii bal'oo keessatti argattan,bultii ilmaan gaggaarii keessatti hortan rabbiin isiniif haa godhu!
Anillee Jaartii gaarii RABBIIN naaf haa kennu!


Leenca kana nuuf eeybisaa?
Aniis Duaai naaf godhaa?

Jzk!

16/08/2021

Address

Oromiyaa
Aweday

Telephone

+251912951692

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jirun Tunii Amaana Irraa Gafatamnu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Jirun Tunii Amaana Irraa Gafatamnu:

Shortcuts

Share