Babile town education office

Babile  town education  office promoting education for all.

Yes
18/01/2020

Yes

Babile  City.....
04/02/2019

Babile City.....

30/12/2018

Education is most basic for evwry thing. Without education , no......................................

28/12/2018

Barnoonni qulfii dha jabaadha

Idaa'amuun akkana.   መደመር  እነድህ  ነው  ምን  ቀረ
03/07/2018

Idaa'amuun akkana. መደመር እነድህ ነው ምን ቀረ

Qophiin  Qorumsa  kutaa  8  xummurame. # # # # # # # # # # # # # # # # # # # #^የ8ኛ  ክፍል  ፈተና  ቅድመ  ዝግጅት  ተጠናቀቄ፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨...
17/06/2018

Qophiin Qorumsa kutaa 8 xummurame.
# # # # # # # # # # # # # # # # # # # #^
የ8ኛ ክፍል ፈተና ቅድመ ዝግጅት ተጠናቀቄ
፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨
All pre-preparation of grade 8 exam was completed.
Barattoota keenyaaf...
Carraa gaarii
መልካም ዕድል
Good luck !!

Magaala  Baabbilee%
03/06/2018

Magaala Baabbilee
%

Wajj.Barnoota magaalaa Baabbilee   # # # # # # # # #@@@@@@@ # # # # # #qorumsi  biyyoolessaa  kutaa  10 bara 2010 baratt...
30/05/2018

Wajj.Barnoota magaalaa Baabbilee
# # # # # # # # #@@@@@@@ # # # # # #
qorumsi biyyoolessaa kutaa 10 bara 2010 barattoota dhi 185 dhi 130 w/g 315 yeroo isaanii eeggatanii kan seenanii qoramaa jiraniin raawwatamaa kan jiru tahee yeroo ammaa sa'aa booda barnoota Herregaa dhukkee irraa kaasutti jiran ;
= akka barattootni keenya tokko tokko xummuranii bahan dubbifnetti qophii gahaa godhuun haala gaariin waan dalagneef qabxii ol-aanaa akka fidnu abdii qabna jedhan.
Nutis milkaawa jenneen.
Haalli itti geggeeffamuutti jirus koree GMB , nageenyaa fi abootiin Gadaa bakka argamanitti kan geggeeffamaa jiru tahuu isaa kan agarre dha.
ammas irra deebi'uun CARRAA gaarii hawwina.
Koree magaalaa deggersa gootan hundi galatooma jenna.
# # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # #
@@@@@@@@@@@/////

Waajjira  Barnoota Bul.  magaalaa  Baabbilee  Mana barumsaa sad.2 ffaa   qorumsa  moodela  bara  2010  kutaa  10  ffaa  ...
14/05/2018

Waajjira Barnoota Bul. magaalaa Baabbilee Mana barumsaa sad.2 ffaa qorumsa moodela bara 2010 kutaa 10 ffaa guyya har'aa kennuu eegalee jira.
በባቢሌ ከተማ ትምህርት ጽ/ቤት የባቢሌ ሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ቤት የ 2010 የ 10 ኛ ክፍል ሞዴል ፈተና መሥጠት ጀምሯል።

Waajjiraa  Barnootaa  Bul.  Magaalaa  Baabbilee
13/04/2018

Waajjiraa Barnootaa Bul. Magaalaa Baabbilee

Address

Babile

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Babile town education office posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share