Bako Agricultural Engineering Research Center/ባኮ የግብርና ምህንድስና ምርምር ማዕከል

  • Home
  • Ethiopia
  • Bako
  • Bako Agricultural Engineering Research Center/ባኮ የግብርና ምህንድስና ምርምር ማዕከል

Bako Agricultural Engineering Research Center/ባኮ የግብርና ምህንድስና ምርምር ማዕከል Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Bako Agricultural Engineering Research Center/ባኮ የግብርና ምህንድስና ምርምር ማዕከል, Government Organization, Bako.

Bako Agricultural Engineering Research Center has solved so many farmers bottlenecks by generating different technologie...
16/08/2026

Bako Agricultural Engineering Research Center has solved so many farmers bottlenecks by generating different technologies that improve the livelihood our farmers and societies. Amongst these technologies Enset Processing Technologies on an example one. It was thought that more than 20 million people dependent on Enset and used it as sources of their food in their daily consumption, so as to our center we have given the training to youth groups at Gurahage zone collaborative with Wolkite Agricultural Research Center with the objective of modernizing Ethiopia's tree of life to reduce women's labour, enhance product hygiene and strengthen national food resilience.

Guyyaa 29/08/2018Giddu galeessa Qorannoo Mahaandisummaa Qonnaa Baakkootti Kenna taajaajila lammummaa =====Bara kana Gidd...
07/05/2026

Guyyaa 29/08/2018
Giddu galeessa Qorannoo Mahaandisummaa Qonnaa Baakkootti Kenna taajaajila lammummaa =====
Bara kana Giddu galeessi keenyaa rakkoo taajaajila sadarkaa aanaatti qoratamee dhiyyaatee irratti Giddu galeessi keenyaa qooda akka fudhatuuf xalayaa deegarsa Aanaan Baakkoo Tibbee nuuf barreesse deegarsa nuuf gaafachuun isaa ni yaadatama. Haaluma kanaan Hopitaalli jalqabaa Baakkoo hawaasa bal'aa taajajilaa jiraachuu irran kan ka'e bakka aara galfii dhibamtootaa fi taajaajilamaa jiraachuu raakkoo guddaa ta'uu isaa erga addaan bafanneen booda humnaafi ogummaa hojjetoota keenyaan yeroo Amma bakka aara galfii hawaasa Hopitaala Baakkoo keessatti ijaara jirru sadarkaa kana irraan geenyeera

Guyyaa 26/03/2018Giddu Galeessa Qorannoo Mahaandisummaa Qonnaa Baakkoo tti Guyyaa Farra maalamaltummaa sadarkaa giddu ga...
05/12/2025

Guyyaa 26/03/2018
Giddu Galeessa Qorannoo Mahaandisummaa Qonnaa Baakkoo tti Guyyaa Farra maalamaltummaa sadarkaa giddu galeessaa keenyaatti leenjii hubannoo maalummaa maalamaltummaa, tarsiimoo ittisaa fi tarkaafiilee fudhatamuu qaban irratti taasifameera. leenjii boodas gaaffii fi yaadni garaagaraa hirmaatoota irraa ka'ee deebii fi hubannoon uumameera. Akkasumas bara kana keessaa hojjetootni sadarkaa giddu galeessaatti naamusa gaarii qabaniifi hojjetoota kaanifis fakeenyummaa gaarii qaban waraqaan beekamtii keennameeraf. ===========

13/11/2025
Duraan dursa Ummatni Naannoo keenyaa fi biyya keenyaa  baga gammadan. Akkuma beekamu biyyi keenyaa qabeenya biyya ishee ...
09/09/2025

Duraan dursa Ummatni Naannoo keenyaa fi biyya keenyaa baga gammadan. Akkuma beekamu biyyi keenyaa qabeenya biyya ishee darbee barootaaf ormi irraa fayyadama turee fi seenaa addunyaa irra Laga Abayyaa hidhuu haa turu dhuguun akka hin danda'ame sodaachisaan garaagaraa taasifamaa ture hundi darbe sadarkaa kanatti qabeenyaa fi humna biyya kanaan xumuruun abjuu kan ture . Abjuun kunis kunoo birraa bara 2018 waliin bari'eera. Irra deebiin baga gammadan !! Ayaana gaarii.

Guyyaa 23/11/2017@@Giddu galeessaa Qorannoo Mahaandisummaa Qonnaa Baakkootti dhaabbiin biqiltuu ashaaraa magariisa raaww...
30/07/2025

Guyyaa 23/11/2017@@
Giddu galeessaa Qorannoo Mahaandisummaa Qonnaa Baakkootti dhaabbiin biqiltuu ashaaraa magariisa raawwateera. Giddu galeessi keenyaa lafa bal'aa qabaachuu baatus, biqiltuu nyaataa ykn buna deegara Giddu galeessaa Qorannoo Qonnaa Baakkoo irraa arganne mooraa Giddu galeessaa keenyaa keessa guyyaa har"a hojjetoota Giddu galeessa keenyaan dhabameera.

Adooleessaa 11/2017Gamagamni raawwii hojii bara baajata 2017 sadarkaa giddu galeessaatti taasifameera. Gabaasa raawwii d...
18/07/2025

Adooleessaa 11/2017
Gamagamni raawwii hojii bara baajata 2017 sadarkaa giddu galeessaatti taasifameera. Gabaasa raawwii dhiyyate irratti marii bal'aan erga taasifameen booda rakkoo raawwii keessatti mul'atan irratis gaaffii garaagaraa gaafatame irrattis wal hubannoo akka uumamu ta'eera. Kana malees karoora bara 2018 irratti soodalee jiran irratti marii'achuu kalattii fuula dura kawwachuu xumurameera.

Address

Bako

Telephone

+251576650045

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bako Agricultural Engineering Research Center/ባኮ የግብርና ምህንድስና ምርምር ማዕከል posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Bako Agricultural Engineering Research Center/ባኮ የግብርና ምህንድስና ምርምር ማዕከል:

Shortcuts

Share