West Arsi Kore Prosperity part

West Arsi Kore Prosperity part DAANDIIN KEENYA IDA'AMUU GALMI KEENYA BADHAADHINNA!

Qaammee 4, Guyyaa ol ka'iinsaaGodina Arsii Lixaa Aanaa Qoreetti Guyyaan ol ka'iinsaa Kabajame
09/09/2025

Qaammee 4,

Guyyaa ol ka'iinsaa

Godina Arsii Lixaa Aanaa Qoreetti Guyyaan ol ka'iinsaa Kabajame

 # Aanaa Qoree  Garbuu Biiraa
14/09/2024

# Aanaa Qoree

Garbuu Biiraa

Nageenyi bu'uura waan hundaati![Qoree|Oromiyaa|Itiyoophiyaa|Caamsaa 9 2015]Godina Arsii Lixaa Aanaa Qoreetti Marii Nagee...
17/05/2023

Nageenyi bu'uura waan hundaati!

[Qoree|Oromiyaa|Itiyoophiyaa|Caamsaa 9 2015]

Godina Arsii Lixaa Aanaa Qoreetti Marii Nageenya Sadarkaa Aanaatti Gandoota baadiyyaa 20 fi gandoota magaalaa 2 irraa kutaa hawaasa garaagaraa hirmaachisee Bakka I/A Bulchaa Bulchiinsa Godina Arsii Lixaa Obboo Asaffaa Tolasaa jiranitti gaggeeffame.

I/A Bulchaa Bulchiinsa Godina Arsii Lixaa Obboo Asaffaa Tolasaa Yaada hirmaattotaaf kennaniin akka jedhanitti, Ummatin Qoree ummata oomishee biyya sooru, ummata nagahaa, fi Amantii isaa jabeeffatee jiraatu ummata amanamaadha, haa ta'uu malee, kana maqaa balleessuuf hattuufi duuriyyeen biyya jeeqxu dawoo godhachuu barbaadi kanaaf gama hundaan cichinee nageenya keenya eeggachuu qabna jechuun dhaamaniiru.

Bulchaan Bulchiinsa Aanaa Qoree Obboo Ganamoo Bariisoo akka jedhanitti, Ummatni aanaa Keenyaa ummata galatni maluun, isa waan mootummaan gaafate itti amanee raawwatu waan taataniif Galatoomaa jedhan. Gama biraatiin woyita Ammaa Qaamolee farreen nageenyaa, nageenya naannoo fi Biyya keenya booressuuf socho'an kan jiran waan ta'eef qaamni kamuu hordofuun nageenya naannoo keenya eegun dirqamaa hunda keenyaati, deeggarsa fi hordoffii barbaachisuu gochuun nageenya waaraa fiduuf hawaasni hundi dirqamaa isaa bahachuu qaba jechuun dhaamaniiru.
kanaaf jedhan Obboo Ganamoon, nageenyaaf tasgabbii itti fufiinsa Qabu mirkaneessuuf hirmaannaan qaamolee kaneeniin murteessaadha. Ammaas Haaluma kanaan duraatiin qaamolee hawaasa dahoo taasifachuun rakkoo nageenyaa uumuu danda'an saaxiluun seeratti dhiheessuu nageenya Aanaa keenya mirkaneessuu qabdu jedhaniiru.

Itti Gaafatama Waajjira lafa Godina Arsii lixaa fi deeggaraan Aanichaa Obboo Hasan Nuuree gama isaaniitiin akka jedhanitti, Aangoon siyaasa ammaa harka keenyaa jiru kana fayyadamnee cunqursaa nura turee isaan ofi irraa hiiknaa yoo Nageenyi hin jire hojii misooma kamuu hojjachuun hin danda'amuu hundi keenya nageenya dursa kenuun haala ollaa Aanotaa keenya daangeessan irratti xiinxalaa gaggeessuu

"๐’๐š๐ ๐š๐ง๐ญ๐š๐š๐ง ๐†๐ž๐ž๐›๐š ๐๐š๐š๐ง๐ง๐š๐ก๐š๐š ๐ค๐ž๐ง๐ง๐š๐ฆ๐š๐š ๐ญ๐ฎ๐ซ๐ž,  ๐†๐š๐ง๐๐จ๐จ๐ญ๐š ๐ฌ๐ก๐š๐š๐ฆ๐ฉ๐ข๐ฒ๐จ๐จ๐ง๐š ๐“๐จ๐ซ๐›๐ž๐ž ๐Œ๐š๐ซ๐ฌ๐š๐š 4๐Ÿ๐Ÿ๐š๐š ๐Ÿ๐ข ๐ฑ๐ฎ๐ฆ๐ฎ๐ซ๐š๐š๐Ÿ ๐ค๐ž๐ง๐ง๐š๐ฆ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐†๐จ๐จ๐ฅ๐š๐›๐›๐ข๐ข ๐€๐ซ๐ ...
25/04/2023

"๐’๐š๐ ๐š๐ง๐ญ๐š๐š๐ง ๐†๐ž๐ž๐›๐š ๐๐š๐š๐ง๐ง๐š๐ก๐š๐š ๐ค๐ž๐ง๐ง๐š๐ฆ๐š๐š ๐ญ๐ฎ๐ซ๐ž, ๐†๐š๐ง๐๐จ๐จ๐ญ๐š ๐ฌ๐ก๐š๐š๐ฆ๐ฉ๐ข๐ฒ๐จ๐จ๐ง๐š ๐“๐จ๐ซ๐›๐ž๐ž ๐Œ๐š๐ซ๐ฌ๐š๐š 4๐Ÿ๐Ÿ๐š๐š ๐Ÿ๐ข ๐ฑ๐ฎ๐ฆ๐ฎ๐ซ๐š๐š๐Ÿ ๐ค๐ž๐ง๐ง๐š๐ฆ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐†๐จ๐จ๐ฅ๐š๐›๐›๐ข๐ข ๐€๐ซ๐ ๐š๐ญ๐ž"

[๐๐จ๐ซ๐ž๐ž|๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ฒ๐š๐š|๐ˆ๐ญ๐ข๐ฒ๐จ๐จ๐ฉ๐ก๐ข๐ฒ๐š๐š|๐„๐›๐ฅ๐š 17, 2015]

๐†๐จ๐๐ข๐ง๐š ๐€๐ซ๐ฌ๐ข๐ข ๐‹๐ข๐ฑ๐š๐š ๐€๐š๐ง๐š๐š ๐๐จ๐ซ๐ž๐ž๐ญ๐ญ๐ข, ๐Š๐š๐ง๐š๐š๐ง ๐๐ฎ๐ซ๐š ๐ ๐ž๐ž๐›๐ง๐ข ๐ง๐š๐š๐ง๐ง๐š๐ก๐š๐š๐ง ๐ ๐š๐ง๐๐จ๐จ๐ญ๐š ๐จ๐ง๐ง๐š๐œ๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ฆ๐ข๐ข๐ซ๐š ๐๐จ๐ซ๐ ๐จ๐ฆ๐ฆ๐ข๐ข ๐ฎ๐ฎ๐ฆ๐ž๐ž ๐ก๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐Ÿ๐จ๐ฒ๐ฒ๐ž๐ž ๐š๐ค๐ค๐š ๐ก๐จ๐ฃ๐ฃ๐š๐ญ๐š๐ง ๐ญ๐š๐š๐ฌ๐ข๐ฌ๐š๐š ๐ญ๐ฎ๐ซ๐ž, ๐ก๐š๐ซ'๐š ๐ ๐จ๐จ๐ฅ๐š๐›๐›๐ข๐ข ๐š๐ซ๐ ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ฑ๐ฎ๐ฆ๐ฎ๐ซ๐š๐ฆ๐ž๐ž๐ซ๐š.
๐’๐š๐ ๐š๐ง๐ญ๐š๐š ๐ค๐ž๐ง๐ง๐š ๐›๐ž๐ž๐ค๐ค๐š๐ฆ๐ญ๐ข๐ข ๐ค๐š๐ง๐š ๐ข๐ซ๐ซ๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐š๐ซ๐ ๐š๐ฆ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ค๐š๐ง ๐ ๐š๐ ๐ ๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐ง ๐Ÿ๐ข ๐ค๐š๐ฅ๐ฅ๐š๐ญ๐ญ๐ข๐ข ๐ก๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐ค๐š๐ง ๐ค๐š๐š๐ก๐š๐ง ๐๐ฎ๐ฅ๐œ๐ก๐š๐š๐ง ๐€๐š๐ง๐š๐š ๐Ž๐›๐›๐จ๐จ ๐†๐š๐ง๐š๐ฆ๐จ๐จ ๐๐š๐ซ๐ข๐ข๐ฌ๐จ๐จ ๐ญ๐จ๐จ๐Ÿ๐ญ๐š๐š๐ง ๐ก๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐ฆ๐ข๐ฅ๐ค๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐Ÿ๐š๐ฒ๐ฒ๐š๐๐š๐ฆ๐ง๐ž ๐๐š๐ซ๐š๐š๐ง ๐ง๐ฎ ๐ ๐š๐ซ๐ ๐š๐š๐ซ๐ž๐ž๐ซ๐š ๐ฃ๐ž๐๐ก๐š๐ง. ๐Œ๐ข๐ข๐ซ๐š ๐๐จ๐ซ๐ ๐จ๐ฆ๐ฆ๐ข๐ข ๐ค๐š๐ง๐š๐š๐ง ๐‡๐จ๐ฃ๐ข๐ข๐ฅ๐ž๐ž ๐š๐ค๐ค๐š ๐ž๐ซ๐ ๐š๐ฆ๐š๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐ ๐š๐๐ข ๐›๐ฎ๐ฎ๐Ÿ๐ง๐ž ๐ก๐ฎ๐ง๐๐š ๐š๐š๐ง๐š๐š ๐ค๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐ค๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐š ๐›๐š๐ก๐ฎ๐ฎ ๐๐š๐ง๐๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐ž๐ž๐ซ๐ซ๐š ๐ฃ๐ž๐๐ก๐š๐ง. ๐Š๐š๐ง๐š๐š๐Ÿ ๐ก๐ฎ๐ง๐๐ข ๐ค๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐ง ๐›๐š๐ ๐š ๐ ๐š๐ฆ๐ฆ๐š๐๐๐š๐ง ๐ฃ๐ž๐๐ก๐š๐ง. ๐ˆ๐ญ๐ญ๐ข ๐๐š๐›๐š๐ฅ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐›๐š๐ซ๐š๐ญ๐š๐š ๐ง๐ฒ๐š๐š๐œ๐ก๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ, ๐›๐จ๐จ๐ง๐๐ข๐ข ๐›๐ข๐ญ๐ฎ๐ฎ, ๐๐ž๐ž๐ ๐ ๐š๐ซ๐ฌ๐š ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐ญ๐š ๐ก๐จ๐จ๐ง๐ ๐ž๐ž, ๐ก๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐ง๐š๐ ๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š๐š, ๐ก๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐ฉ๐š๐š๐ซ๐ญ๐ข๐ฎ, ๐ ๐ฎ๐ซ๐ ๐ฎ๐ซ๐ญ๐š๐š ๐ค๐ข๐ญ๐š๐š๐›๐š๐š ๐Ÿ๐ข ๐ค๐ค๐Ÿ ๐ก๐ฎ๐ง๐๐š ๐š๐š๐ง๐š๐š ๐ค๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐ ๐ฎ๐ฎ๐ญ๐ฎ๐ญ๐ญ๐ข ๐ค๐š๐ซ๐จ๐จ๐ซ๐š ๐ช๐š๐›๐š๐ง๐ง๐ž ๐ฆ๐ข๐ฅ๐ค๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐ข๐ง๐ž๐ž๐ซ๐š ๐ฃ๐ž๐๐ก๐š๐ง. ๐“๐จ๐จ๐Ÿ๐ญ๐ข๐œ๐ก๐ข ๐ฆ๐ข๐ข๐ซ๐š ๐๐จ๐ซ๐ ๐จ๐ฆ๐ฆ๐ข๐ข๐Ÿ๐ข ๐ฆ๐จ๐ซ๐ค๐ข๐ข ๐›๐ข๐ซ๐š ๐๐š๐ซ๐›๐ž๐ž ๐ข๐œ๐œ๐ข๐ข๐ญ๐ข๐ข ๐ฆ๐ข๐ค๐ค๐š๐š๐ก๐ข๐ง๐š ๐ค๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š๐š ๐ญ๐š'๐ž๐ž๐ซ๐š ๐ฃ๐ž๐๐ก๐š.

Badhaadhina, Paartii federaaliizimii dhugaa mirkaneesse.********Paartiin Badhaadhinaa sirna federaaliizimii dhugaa fi ha...
13/03/2023

Badhaadhina, Paartii federaaliizimii dhugaa mirkaneesse.
********
Paartiin Badhaadhinaa sirna federaaliizimii dhugaa fi hammataa ta'e dhugoomsuudhaan lammiileen biyyattii wal kabajuu fi wal jaallachuun akka waliin jiraataniif xiyyeeffannaan hojjataa jira.

Dabni siyaasaa maqaa sabummaafi amantaan dadhabame shira dinagdeetiin hin milkaa'u________Daballiin gatii meeshaalee fi ...
13/03/2023

Dabni siyaasaa maqaa sabummaafi amantaan dadhabame shira dinagdeetiin hin milkaa'u
________

Daballiin gatii meeshaalee fi midhaan nyaataa irratti mulโ€™achaa jiru fedhii aangoo shira diinagdeen galmaan ga'achuuf fiigamudha. Biyya keenyatti fedhii aangoo galmaan ga'achuuf yeroo garaagaraatti maqaa sabummaafi amantaan akkasumas walitti bu'insa garaa garaa uumuun yaaliin hedduun taasifamaa turee jira. Yaaliiwwan taasifamaa turan kunneen qaamota fedhii murna tokkoo galmaan ga'uuf hojjetaniin waan taasifamaa tureef galma ga'uu hin dandeenye. Qaamonni kunneen kaayyoo isaanii galmaan ga'achuuf ijibbaata falmachaa waan jiraniif yeroo shira dinagdee uumuun qaalayinsa dinagdee uumanii uummata galma dhokataa isaaniif kakaasuu barbaadu.

Kanaafuu, qaalayinsi jireenyaa yeroo ammaa mulโ€™achaa jiru buโ€™uura gabaa kan hin qabnee fi bakka hanqinni oomishaa hin jirretti daballiin gatii uumammuun uummanni akka kaka'u taasisuudha.

Shirri dinagdee kun daballii jijjiirraa sharafa alaa sababa godhachuun daldaaltota ofittoo ta'an fayyadamuun kan raawwatamu yoo ta'u gama biraan oomisha baay'inaan bituun gabaarraa akka dhabamu/badu taasisuun daba siyaasaa hojjetamudha. Qaamonni kun sochii mootummaan dinagdee damdaneessaafi dandamataa ijaaruun fayyadamummaa dinagdee haqa qabeessa hojiirra oolchuuf hojjetu danquun dantaa murna isaanii galmaan ga'achuuf uummata gatii kaffalchiisu; miidhama uummataan dantaa siyaasaa kabachiisuu barbaadu.

Qaamoleen kunneen yeroo hunda fedhii dhuunfaafi murnaaa galmaan ga'uuf malee uummataaf hin yaanne waggoottan lamaan darbanitti walitti buโ€™insa ture sababa godhachuun daballii gatii hin malle taasisaa turan irratti mootummaan ararama malee tarkaanfii fudhachaa tureen jijjiiramni argamus ammas bifuma wal fakkaatuun sababoota hin malle uumuun jiruuf jireenyi uummataa akka hin tasgabboofneef shira dinagdee akka tooftatti fayyadamuun qaalayinsi jireenyaa buโ€™uura hin qabne akka uumamu gochaa jiran qaamni hunduu hubachuun,

13/03/2023
KUTAA JALQABAAMeeshaalee Qonnaa AadaaQonni dugugguruu diinagdee biyya keenyaati.Ummanni biyya keenyaa jireenya isaa hark...
13/03/2023

KUTAA JALQABAA
Meeshaalee Qonnaa Aadaa
Qonni dugugguruu diinagdee biyya keenyaati.Ummanni biyya keenyaa jireenya isaa harka 90 ol qonna irratti hirkatee geggeeffata.Mootummaan bu'aawwan qonna irraa argaman gara alaatti ergee sharafa alaa argata.Maarree eega qonni hanga kana mara biyya keenyaaf bu'uura jiruufi jireenyaa ta'ee meeshaalee qonnaa aadaa dhaloonni ammaa tokko tokkoon maqaa isaanii beekuun dirqama ta'a.Anis har'a kaayyoo meeshaalee qonnaa aadaa galata guddaa nuuf qaban kanneen dhaloonni haaraan maqaa isaaniifi faayidaa isaanii akkasumaas boca isaanii beekuu qaba yaada jedhuun meeshaalee qonnaa aadaa isinii dhiyeessuu filadhe.Yeroo ammaa meeshaalee qonnaa aadaa qofaan ummanni biyya keenyaa qotataa jira jechuu osoo hin taane,ka'umsi meeshaa qonnaa ammayyaa meeshaalee qonnaa aadaa ta'uufi ammas irra caalaan hawaasa biyya kanaa meeshaalee qonnaa aadaa kanatti fayyadamaa jiru jechuudha."Qoti yaa qotiyyoo,qoti yaa gabaree yaa qottuu migiraa lubbuun ilma namaa maqaa keetiif jira."Artisti Laggasaa Abdii.
Meeshaalee Qonnaa Aadaa
1.Nooyee(Harkisaa)
2.Harqoota(Qanbaraa)
3.Maarashaa
4.Wogala
5.Kabalaa(Digaree)
6.Halasaa
7.Haada dhiitataa
8.Haada(Miraara) Harqootaa
9.Miraara Halasaa
10.Kifee Kabalaa(Nooyee gara duubaa)
11.Kifee Nooyee tan afoo(tan funyaanii)
12.Dongoraa
13.Qaccee(Shabbeena qotiyyoo ittiin oofan)
Meeshaalee kanneen keessaa tokko yoo hanqate ykn yoo hafe qonni qotiyyoon qotan gonkumaa hin geggeeffamu.Tan lakkoofsa 13 irratti argamtu waan hin taane.Qaccee malee qotuun ni danda'ama.Qotiyyoo bakka qacceen oofan uleenis oofuun ni danda'ama.
Meeshaalee kanneen akkaataa fayyadama isaaniifi waan isaan irraa tolfaman akkaataa armaan gadiitiin ilaalla.

Ayyaanni Dubartootaa (March 8) bara 2015 akka Godina Arsii Lixaatti Aanaa Qoreetti qophiilee garaagaraatiin kabajame.Bit...
10/03/2023

Ayyaanni Dubartootaa (March 8) bara 2015 akka Godina Arsii Lixaatti Aanaa Qoreetti qophiilee garaagaraatiin kabajame.

Bitootessa 1/7/2015
Godina Arsii Lixaa Aanaa Qoreetti,Ayyaanni Dubartootaa (March 8) bara 2015 akka Addunyaatti yeroo 112ffaa,akka biyya keenyaatti yeroo 47ffaaf kabajamu Dhaadannoo"Kalaqaafi teknoolojii walquxxummaa koorniyaatiif"jedhuun bakka keessummoonni sadarkaa godinaafi aanaalee argamanitti haala hoo'aan Magaalaa Qoreetti kabajamee oole.

I/G Dhimma Dubartootaafi Daa'immanii Godina Arsii Lixaa aadde Arabee Nagulee saganticharratti haasawa taasisaniin akka jedhanitti,dubartoonni wirtuu diinagdee biyya keenyaati.Ijaarsa biyyaa keessatti shoora ol'aa qabu.Ummata biyya keenyaa keessaa 51% dubartoota waan ta'aniif,fayyadamummaa isaanii gama hundaan mirkaneessuuf xiyyeeffannoo guddaan hojjataa jirra jechuun dubbataniiru.

Bulchaan bulchiinsa Aanaa Qoree obbo Ganamoo Bariisoo gama isaaniitiin akka dubbatanitti,dubartoonni hojii adda addaa irratti hirmaatanii diinagdee isaanii guddisaa akka jiran qabatamaan agarsiisaa jiru.Baratanii waa uumuu ni danda'u.Ilaalchi dogongoraa kanaan dura hawaasni dubartootaafi qabu cabeera.Investimentii akka aanaa keenyaatti geggeeffamu hunda keessatti hirmaannaan isaanii Ol'aanaa akka ta'u ni hojjanna jechuun ibsaniiru.

I/G Dhimma Dubartootaafi Daa'immanii Aanaa Qoree aadde Leeylaa Waadoo haasawa taasisaniin akka himanitti, dubartoonni haadha,obboleettiifi haadha manaati.Kanaaf,miidhaa dubartootarra gama umrii malee heerumsiisuutiin,gudeeddiifi hiikkaa gaa'elaatiin gahu hanbisuuf hunduu tumsuu qaba jechuun dhaamaniiru.
Jiilli kun daawwannaa garaagaraa kan taasise yoo ta'u,waldaa Dubartootaa aannan kaamessaa ji'a jaha keessatti bu'aa gaarii galmeessee akka godinaatti filatame waan ta'eef daawwataniiru;akkasumaas hojiiwwan akka godina Arsii Lixaatti Waajjira Dh.Du.Daa'immaniin hojjataman bifa suuraafi egzibishiiniitiin maxxanfamanii daawwatamaniiru.
Dhumarratti,kennaan adda addaa dubartoota harka qal'eeyyii ta'aniif ken

Address

Kore
Beke

Telephone

+251935547922

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when West Arsi Kore Prosperity part posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to West Arsi Kore Prosperity part:

Share