03/08/2026
"Abdii haa Dhaabnu"
Magaalaa Bishooftuu Kutaa Magaalaa Calalaqaa duulli dhaabbii Biqiltuu guyyaa tokkoo gaggeeffamaa jira.
Guyyaa tokkootti biqiltuu miiliyoona 800 dhaabuuf akka biyyaatti guyyaa har'aa geggeeffamaa jiru milkeessuuf magaalaan Bishooftuu hunda keessaatti haala ho'aa ta'een gaggeeffamaa jira.